AMN PLUS, Guraandhala 11, 2017
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad Afyaa’ii Mana Maree Federaalaa Federeeshinii Raashiyaa Vaalantiinaa Maatveeyeenkoo fi jila isaanii walin mari’ataniiru.
Dooktar Abiyyi gama miidiya hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti,hariiroo Itiyoophiyaa fi Raashiyaa haaromsuuf carraa gaariii uumeera.
Vaalantiinaa Maatveeyeenkoo daawwannaaf Finfinnee galuun isaanii ni yaadatama.