Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Dura taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammud Alii Yusuuf waliin mari’ataniiru.
Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) ergaa karaa miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin dhimmoota ijoo naannawaa fi nageenyaarratti mari’achuu ibsaniiru.