Adeemsi marii ajandaa walitti qabuu naannoo Amaaraa har’a xumurama

You are currently viewing Adeemsi marii ajandaa walitti qabuu naannoo Amaaraa har’a xumurama

AMN PLUS – Eebla 04/2017

Adeemsi marii ajandaa walitti qabuu komishiniin marii biyyaalessaa naannoo Amaaraatti qopheesse har’a xumurama.

Sirni cufiinsa adeemsa marii kanaas bakka hooggantoonni komishinichaa, hoggantoonni mootummaafi qooda fudhattoonni marii argamanitti magaalaa Bahaar Daaritti adeemsifamaa jira.

Ajandaan naannichaas erga qindaa’ee booda komishinii marii biyyaalessaaf ni kennama jedhamee akka eegamu Komishinicharraa odeeffanne.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply