Milkaa’inaan xumuramuu Hidha Haaromsa hordofuun hirirrii deeggarsaa Naannoo Sidaamaa, Magaalaa Hawaasatti adeemsifamaa jira.
Xumuramuun hidha haaromsa mallattoo badhaadhina akkasumas kan tokkummaa akka ta’e ibsu.
Milkaa’inaan xumuramuun isaa waloofi tokkummaan hojjechuun mallattoo olka’insa biyyaa fi ergaawwan biraas akka dabrsaa jirus ibsaniiru.