Faaruu Waaqaa haadholiin Irreecha Hora Finfinnee bara 2018tti faarfatan

You are currently viewing Faaruu Waaqaa haadholiin Irreecha Hora Finfinnee bara 2018tti faarfatan

‎AMN PLUS- Fulbaana 24/2018

‎Gurracha leemmoo garaa taliilaa

‎Hayyee yaa waaq-sin oollee gallaa

‎Gurracha gara garbaa

‎Tokkicha maqaa dhibbaa

‎Hayyee yaa waaq- siin oollee galla

‎Gurracha leemmoo garaa taliilaa

‎Hayyee yaa waaq-siin oollee galla

‎Utabaa malee dhaabbattee

‎Risaa malee diriirtee

‎Hayyee yaa waaq-siin oollee galla

‎Gurracha leemmoo garaa taliilaa

‎Hayyee yaa waaq- siin oollee galla

‎Urjii kuma koo

‎yaa waaq-situu tuma koo

‎Hayyee yaa waaq- siin oollee gallaa

‎Gurracha leemmoo garaa taliilaa

‎Hayyee yaa waaq-sin oollee gallaa….

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply