Hojjettoonni Daandii Qilleensaa Itoophiyaa hojiiwwan misoomaa Magaalaa Finfinnee daawwatan

AMN PLUS- Caamsaa 28/2017 Hojjettoonni Daandii Qilleensaa Itoophiyaa hojiiwwan misoomaa Magaalaa Finfinnee keessatti kana dura hojjetamaniifi hojjetamaa jiran daawwataniiru. Hojjettoonni Daandii Qilleensaa Itoophiyaa, kunneen sagantaa daawwii kanarratti akka jedhanitti, misooma…

Continue ReadingHojjettoonni Daandii Qilleensaa Itoophiyaa hojiiwwan misoomaa Magaalaa Finfinnee daawwatan

Ayyaanni Iidal Adahaa Arafaa 1446ffaan Magaalaa Finfinneetti bifa duudhaa fi sona amantichaa eegeen kabajamuu akka qabu ibsame

AMM PLUS-Caamsaa 28/2017 Manni Maree olaanaa dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Finfinnee Ayyaana Iidil Adahaa Arafaa bara kana yeroo 1446ffaaf kabajamu ilaalchisuu miidiyaaleef ibsa kenneera. Ibsicha kan kennan barreessaa olaanaan mana maree…

Continue ReadingAyyaanni Iidal Adahaa Arafaa 1446ffaan Magaalaa Finfinneetti bifa duudhaa fi sona amantichaa eegeen kabajamuu akka qabu ibsame

Manni Maree Ministirootaa Walgahii Idilee 47ffaa har’a taa’een dhimmoota garagaraa irratti mari’achuun murtoo dabarse

AMN PLUS Caamsaa 28/2017 Manni Maree Ministirootaa Walgahii Idilee 47ffaa har’a taa’een dhimmoota garagaraa irratti mari’achuun murtoo dabarseera. Murtoo Walgahii Idilee Mana Maree Ministirootaa 47ffaa Manni Maree Ministirootaa Walgahii Idilee…

Continue ReadingManni Maree Ministirootaa Walgahii Idilee 47ffaa har’a taa’een dhimmoota garagaraa irratti mari’achuun murtoo dabarse

Pirezidaantiin Islooveeniyaa Godambaa Yaadannoo injifannoo Adwaa daawwatan

AMN PLUS Caamsaa 28/2017 Pirezidaantiin Islooveeniyaa Naataash Piirs Muusaar (Dr.) Godambaa Yaadannoo injifannoo Adwaa daawwachuun siidaa goototaa Adwaa jala sirna abaaboo kaa’uu raawwataniiru. Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ergaa…

Continue ReadingPirezidaantiin Islooveeniyaa Godambaa Yaadannoo injifannoo Adwaa daawwatan

Carraaqqii Itoophiyaan Ulaa Galaanaa argachuuf taasiftu mootummaan Ameerikaa kan deeggaru ta’uu Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa ibsan

AMN PLUS Caamsaa 28/2017 Carraaqqii Itoophiyaan Ulaa Galaanaa argachuuf taasiftu mootummaan Ameerikaa kan deeggaru ta’uu Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa Erviin Maasiingaa ibsan

Continue ReadingCarraaqqii Itoophiyaan Ulaa Galaanaa argachuuf taasiftu mootummaan Ameerikaa kan deeggaru ta’uu Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa ibsan

Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee dhimmoota garagaraarratti mari’achuun murtoo dabarse

AMN PLUS Caamsaa 27/2017 Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walgahii idilee 11ffaa waggaa 4ffaa har’a taa’een dhimmoota garagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera. Haaluma kanaan 1ffaa. Kaabineen magaalichaa Wixinee dambii Tajaajila Mootummaa Dijitaala…

Continue ReadingKaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee dhimmoota garagaraarratti mari’achuun murtoo dabarse

Hawaasni Muslimaa Ayyaana Arafaa wayita kabaju tokkummaafi walgargaaruun ta’uu akka qabu Hajii Ibraahim Tufaa dubbatan

AMN PLUS-Caamsaa 27/17 Hawaasni Muslimaa Ayyaana Arafaa wayita kabaju duudhaa amantichaa eeguun tokkummaa fi walgargaaruun tahuu akka qabu Pireezidaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa Hajii Ibraahim Tufaan ibsan. Pireezidaantiin…

Continue ReadingHawaasni Muslimaa Ayyaana Arafaa wayita kabaju tokkummaafi walgargaaruun ta’uu akka qabu Hajii Ibraahim Tufaa dubbatan

Guddina waliigalaa Itoophiyaatti galmaa’eef gaheen hawaasa daldalaa olaanaa ta’uu Ministirri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Kaasahun Goofee (Dr.) himan

AMN PLUS- Caamsaa 27/2017 Guddina waliigalaa Itoophiyaatti galmaa’eef gaheen hawaasa daldalaa olaanaa akka ta’e Ministirrii Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naanaawaa Kaasahun Goofee (Dr.) ibsan. Ministirrii Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naanaawaa…

Continue ReadingGuddina waliigalaa Itoophiyaatti galmaa’eef gaheen hawaasa daldalaa olaanaa ta’uu Ministirri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Kaasahun Goofee (Dr.) himan

AMN tumsa milkaa’ina Yaa’ii Dhaabbata Hojii Addunyaa 20ffaaf taasiseef beekamtii argate

AMN PLUS- Caamsaa 27/2017 Addis Miidiyaa Neetwork Yaa’ii Dhaabbata Hojii Addunyaa ( ILO) 20ffaa Itoophiyaan qopheessite irratti gumaacha olaanaa taasiseef beekamtii argateera. Beekamticha Hoj- Raawwachiisaa olaanaan Addis Miidiyaa Neetwork Obbo…

Continue ReadingAMN tumsa milkaa’ina Yaa’ii Dhaabbata Hojii Addunyaa 20ffaaf taasiseef beekamtii argate

Ogeeyyiin Kominikeeshinii fi Midiyaa hojiiwwan misooma Magaalaa Finfinnee daawwacha jiru

AMN PLUS- Caamsaa 27/2017 Ogeeyyiin Kominikeeshinii fi Midiyaa Magaalaa Finfinneetti hojiiwwan misooma ijaarsarra jiraniifi ijaaramanii xumuraman daawwacha jiru. Daawwannichi ogeeyyiin midiyaa misoomaa adeemsifamaa jiru irratti hubannoo ifa ta’e qabaachuun itti…

Continue ReadingOgeeyyiin Kominikeeshinii fi Midiyaa hojiiwwan misooma Magaalaa Finfinnee daawwacha jiru