Kantiibaa Adaanech Abeebee hojjettoota hojii ijaarsa misooma kooridarii irrati hirmaatan waliin ayyaana Faasikaa kabajan

AMN PLUS - Ebla 12/2017 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee hojjettoota hojii ijaarsa misooma kooridarii irrati hirmaatan, kontiraaktarootaafi gorsitoota waliin bakka hojiitti ayyaana Faasikaa kabajuusaanii beeksisaniiru. Kantiibaa Adaanech…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee hojjettoota hojii ijaarsa misooma kooridarii irrati hirmaatan waliin ayyaana Faasikaa kabajan

Har’a ayyaana du’aa ka’uu sababeeffachuun giddu gala nyaataa Tasfaa Birhaan 25ffaa fi 26ffaa bannee tajaajila eegalchiisneerra – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Bara 2014 irraa eegallee lammiilee keenyaa guyyatti yeroo takkallee nyaata argachuuf rakkatan giddu galaa nyaataa 24 bannee nyaata qulqulluu, fayyaqabeessaa fi hoo'aa harka qalleeyyii, qaama miidhamtoota fi lammiilee rakkoolee hawaasummaa…

Continue ReadingHar’a ayyaana du’aa ka’uu sababeeffachuun giddu gala nyaataa Tasfaa Birhaan 25ffaa fi 26ffaa bannee tajaajila eegalchiisneerra – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Imbaasiiwwaniifi Ambaasaaddaroonni biyyoota garagaraa ergaa baga ayyaana Faasikaa geessanii dabarsan

AMN PLUS - Ebla 12/2017 Imbaasiiwwaniifi Ambaasaaddaroonni biyyoota garagaraa hordoftoota amantii kiristaanaa maraan ergaa baga ayyaana Faasikaa geessanii dabarsaniiru. Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Raashaa Ivgeenii Tarakhiin, Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa Herviin Maasiingaa, Itoophiyaatti…

Continue ReadingImbaasiiwwaniifi Ambaasaaddaroonni biyyoota garagaraa ergaa baga ayyaana Faasikaa geessanii dabarsan

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon ayyaana du’aa ka’uu sababeeffachuun maanguddootaafi qaamolee hawaasaa harka qalleeyyiif maaddii qoodaniiru – Waajjira Ministira Muummee

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon ayyaana du’aa ka’uu sababeeffachuun maanguddootaafi qaamolee hawaasaa harka qalleeyyiif maaddii qoodaniiru – Waajjira Ministira Muummee

Kantiibaa Adaanech Abeebee ayyaana Faasikaa sababeeffachuun maaddii qoodan

AMN PLUS - Ebla 11/2017 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ayyaana Faasikaa sababeeffachuun qaamolee hawaasaa deeggarsa barbaadan, miidhamtoota qaamaafi rakkoowwan hawaasummaa garagaraaf saaxilamaniif maaddii qoodaniiru. Ayyaanichi kan nagaa,…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee ayyaana Faasikaa sababeeffachuun maaddii qoodan

Barreessaa Olaanaan ‘IGAD’ ergaa baga ayyaana Faasikaa geessanii dabarsan

AMN PLUS - Ebla 11/2017 Barreessaa Olaanaan 'IGAD' Warqinee Gabayyoo (Dr.) hordoftoota amantii kiristaanaa maraan ergaa baga ayyaana Faasikaa geessanii dabarsan. Barreessaa Olaanaan 'IGAD' Warqinee Gabayyoo (Dr.) ergaa karaa miidiyaa…

Continue ReadingBarreessaa Olaanaan ‘IGAD’ ergaa baga ayyaana Faasikaa geessanii dabarsan

Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo ergaa baga ayyaana Faasikaa geessanii dabarsan

AMN PLUS - Ebla 11/2017 Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo hordoftoota amantii kiristaanaa maraan ergaa baga ayyaana Faasikaa geessanii dabarsaniiru. Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo ergaa toora miidiyaa hawaasaan dabarsaniin ayyaanicha yoo…

Continue ReadingGiiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo ergaa baga ayyaana Faasikaa geessanii dabarsan

Vilaadmiir Puutiin ayyaana Faasikaa sababeeffachuun labsii dhukaasa dhaabuu dabarsan

AMN PLUS - Ebla 11/2017 Pirezidaantiin Raashaa Vilaadmiir Puutiin ayyaana Faasikaa sababeeffachuun waraana Yuukreen waliin qabaniif yeroof labsii dhukaasa dhaabuu dabarsaniiru. Labsichi halkan Sanbata sa'aatii 6:00 irraa eegalee hanga Dilbata…

Continue ReadingVilaadmiir Puutiin ayyaana Faasikaa sababeeffachuun labsii dhukaasa dhaabuu dabarsan

Manni Maree Federeeshinii hordoftoota Amantii kiristaanaaf ergaa baga geessanii dabarse

AMN PLUS - Ebla 11/2017 Manni Maree Federeeshinii hordoftoota Amantii kiristaanaaf ergaa baga geessanii dabarse Manni marichaa ergaa fuula marsariitii isaarratti dabarseen hordoftoonni amantaa kiristaanaa ayyaana du’aa ka’uu wayita kabajan…

Continue ReadingManni Maree Federeeshinii hordoftoota Amantii kiristaanaaf ergaa baga geessanii dabarse