Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Godina Harargee Bahaatti argamuun hojiilee misooma Qamadii Bonaa daawwatan
AMN PLUS- Bitootessa 2/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Godina Harargee Bahaatti argamuun hojiilee misooma Qamadii Bonaa daawwataniiru. Ergaa marsaa hawaasaa isaan irratti dabarsaniin yoo cimnee hojjannee, yoo naannoo keenya…