Bitootessi 24 guyyaa Itoophiyaan gama hundaan seenaashee keessatti daandii haaraa eenyuyyuu hin yaalle itti jalqabdedha – Laggasee Tulluu (Dr.)
AMN - Bitootessa 24/2017 Bitootessi 24 guyyaa Itoophiyaan gama siyaasaa, dinagdee, hawaasummaa fi dippilomaasiin seenaashee keessatti daandii haaraa eenyuyyuu hin yaalle itti jalqabdedha jedhan ministirri tajaajila komunikeeshinii mootummaa Laggasaa Tulluu…