Kutaa Magaalaa Furiitti guyyaa Injifannoo Bitootessa 24 sababeeffachuun sochiin Ispoortii taasifame

AMN – Bitootessa 23/2017 Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Furiitti guyyaa Injifannoo Bitootessa 24 sababeeffachuun sochiin Ispoortii qaamolee hawaasa garagaraa hirmaachise adeemsifameera. Sochiin Ispoortii kunis mata duree ''Ijaarsa Eenyummaa Waloo…

Continue ReadingKutaa Magaalaa Furiitti guyyaa Injifannoo Bitootessa 24 sababeeffachuun sochiin Ispoortii taasifame

Ayyaanni Shuwaaliid bifa nageenya, waliin jireenyaa fi sabdaneessummaa cimsuun kabajama

Waajjirri Dhimmoota Kominikeeshinii Naannoo Hararii ayyaana Shuwaaliid guyyoota muraasa booda kabajamu ilaalchisuun ibsa kenneera. Ayyaana Shuwaaliid saba Hararii biratti baroota dheeraaf kabajamaa kan turee fi Dhalootaan aadaa fi duudhaa isaa…

Continue ReadingAyyaanni Shuwaaliid bifa nageenya, waliin jireenyaa fi sabdaneessummaa cimsuun kabajama

Akkaadaamiin Maariitaayim Itoophiyaa sadaffaan Yuunivarsiitii Arbaa Miincitti banamuufi

AMN - Bitootessa 20/2017 Abbaan Taayitaa Maariitaayimii Itoophiyaa fi Yuunivarsiitiin Arbaa Minci akkaadaamii Maariitaayimii Yuunivarsiitii Arbaa Mincitti banuuf waliigaltee mallatteessan. Waliigaltichi Abbaan Taayitaa Maariitaayimii kanneen galaanarra hojjetan leenjisee gabaa addunyaaf…

Continue ReadingAkkaadaamiin Maariitaayim Itoophiyaa sadaffaan Yuunivarsiitii Arbaa Miincitti banamuufi

Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Ayyaana Iid Alfaxiir waggaa 1446ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan

AMN – Bitootessa 20/2017 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Ayyaana Iid Alfaxiir waggaa 1446ffaa bor kabajamee oolu sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Continue ReadingKantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Ayyaana Iid Alfaxiir waggaa 1446ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan

Ayyaana Iid Alfaxiir qaamolee hojii misooma kooriidarii irratti hirmaatan waliin kabajneerra – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN - Bitootessa 21/2017 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ayyaana Iid Alfaxiir waggaa 1446ffaa sababeeffachuun hojjettoota, hooggansa, kontiraaktarootaafi gorsitoota hojii misooma kooriidarii irratti hirmaatan waliin bakka hojiitti kabajneerra jedhan.…

Continue ReadingAyyaana Iid Alfaxiir qaamolee hojii misooma kooriidarii irratti hirmaatan waliin kabajneerra – Kantiibaa Adaanech Abeebee

“Bitootessi 24, guyyaa ifti badhaadhinaafi imala badhaadhinaa wareegama qaqqaaliin itti milkaa’edha” Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan

Af-yaa'ii Caffee Oromiyaa AMN – Bitootessa 20/2017 Bulchiinsa magaalaa Shaggar kutaa magaalaa Kooyyee Facceetti guyyaa Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) gara aangootti itti dhufan Bitootessa 24 fi waggaa 14ffaa dhagaan…

Continue Reading“Bitootessi 24, guyyaa ifti badhaadhinaafi imala badhaadhinaa wareegama qaqqaaliin itti milkaa’edha” Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan

Giddu Gala Leenjii fi haromsa dubartootaa ̕Lenegewaatti̕  marsaa 2ffaaf leenji’an 380 eebbifaman.

‎AMN PLUS Bitootessa 20/ 20117 ‎Magaalaa Finfinneetti dubartoonni 380 jireenya rakkisaa keessaa bahuun ogummaa gara garaan "Giddu Gala Leenjiifi haromsa dubartootaa ʼLenegewaatti̕ Marsaa 2ffaaf leenji'an bakka kantiibaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Aadde…

Continue ReadingGiddu Gala Leenjii fi haromsa dubartootaa ̕Lenegewaatti̕  marsaa 2ffaaf leenji’an 380 eebbifaman.

Godina Booranaatti pirojektiiwwan bishaan dhugaatii addaa addaa eebbifamanii tajaajila kennuu eegalan

AMN - Bitootessa 18/2017 Godina Booranaatti pirojektiiwwan bishaan dhugaatii garagaraa eebbifamanii tajaajila kennuu eegalaniiru. Pirojektiiwwan bishaanii kunneen Ministira Bishaanii fi Inarjii Injiinar Habtaamuu Ittafaa (Dr.) dabalatee bakka hooggansi godinichaa bakka…

Continue ReadingGodina Booranaatti pirojektiiwwan bishaan dhugaatii addaa addaa eebbifamanii tajaajila kennuu eegalan

Mootummaan bittaa xaa’oo biyyoo birrii Biiliyoona 84 deeggarsa taasiseera- Girmaa Amantee (Dr.)

AMN PLUS- Bitootessa 18/2017 ‎ ‎Mootummaan bara kana bittaa xaa'oo biyyoof birrii Biiliyoona 84 deeggarsa taasisuu Ministirri Ministeera Qonnaa.Girmaa Amantee (Dr.) ibsan. ‎ ‎Bara bajaataa kana xaa'oo biyyoo kuntaala miiliyoona…

Continue ReadingMootummaan bittaa xaa’oo biyyoo birrii Biiliyoona 84 deeggarsa taasiseera- Girmaa Amantee (Dr.)

Rakkoo Geejjibaa magaalaa Finfinnee furuuf konkolaattonni elektiriikii dhibba tokko hojii jalqabuufi

AMN - Bitootessa 18/2017 Rakkoo Geejjibaa wayittii hojiin galamuu fi hojii bahamu magaalaa Finfinneetti mul’atu furuuf konkolaattonni elektiriikii dhibba tokko dhiheenya hojii akka jalqaban biiroon Geejjibaa Finfinnee Beeksise. Biirichi rakkoo…

Continue ReadingRakkoo Geejjibaa magaalaa Finfinnee furuuf konkolaattonni elektiriikii dhibba tokko hojii jalqabuufi