Deeggarsa Tiraampin Waancaa Addunyaa ni injifanna – Poochitiinoo
AMN PLUS- Bitootessa 10/2017 Leenjisaan Garee Biyyaalessa Ameerikaa Moorisiyoo Poochitiinoon waancaa addunyaa bara 2026 qopheessummaa USA,Kanaadaa fi Meeksikoon gaggeeffamu irratti hirmaannaa garee isaanii yoo ibsan yoo xiqqaate walakkaa xumuraa gahuuf…