Wal dorgommiin biskileetii KM 100 Jila Gadaa Booranaa 72ffaa sababeeffachuun qophaahe injifannoo garee Biyyaalessa Itoophiyaan xumuurame
AMN PLUS- Guraandhala 28/2017 Wal dorgommiin biskileetii KM 100 Jila Gadaa Booranaa 72ffaa sababeeffachuun qophaahe injifannoo garee Biyyaalessa Itoophiyaan xumuurameera. Dorgommicha 1ffaan kan xumuure Filiimoon Zarabiruk garee biyyaalesaaa irraa badhaasa…