Baatiwwan Jahaan darban Galiin Birriin biiliyoonni 100 fi biiliyoonni 11 ol walitti qabame – Kantibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS, Guraandhala 12, 2017 Manni Maree Magaalaa Finfinnee Yaa’ii Idilee 2ffaa bara hojii 4ffaa taa’aa jira. Baatiwwan jahaan darban Galii Birrii biiliyoona 100 fi biiliyoona 25.5 walitti qabuuf karoorfamee…

Continue ReadingBaatiwwan Jahaan darban Galiin Birriin biiliyoonni 100 fi biiliyoonni 11 ol walitti qabame – Kantibaa Adaanech Abeebee

Dr. Abiyyi Ahimad Af-yaa’ii Federeeshinii Raashiyaa Vaalentiinaa Matviyeenkoo simatan

AMN PLUS, Guraandhala 11, 2017 Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad Afyaa’ii Mana Maree Federaalaa Federeeshinii Raashiyaa Vaalantiinaa Maatveeyeenkoo fi jila isaanii walin mari’ataniiru. Dooktar Abiyyi gama miidiya hawaasummaa isaaniin…

Continue ReadingDr. Abiyyi Ahimad Af-yaa’ii Federeeshinii Raashiyaa Vaalentiinaa Matviyeenkoo simatan

Af-Yaa’iin Federeeshinii Raashiyaa Vaalentiinaa Matviyeenkoo Finfinnee dhufan

AMN PLUS, Guraandhala 11, 2017 Jilli Af-Yaa'ii Mana Maree Federeeshinii Mootummaa Federaalawa Raashiyaa Vaalentiinaa Matviyeenkoon durfamu Finfinnee dhufe. Jilichi Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee yeroo gahu Af-yaa'ii Mana Maree Federeeshinii…

Continue ReadingAf-Yaa’iin Federeeshinii Raashiyaa Vaalentiinaa Matviyeenkoo Finfinnee dhufan

Piroojektoota Maddoota Anniisaa Haaromfamaa deeggaruuf waliigalteen mallattaa’e

AMN PLUS, Guraandhala 11, 2017 Itoophiyaan Piroojektoota Maddoota Anniisaa Haaroomfamaa deeggaruuf Ejensii Inshuraansii Daldalaa Afrikaa waliin waliigaltee mallatteessite. Waliigaltichi Itiyoophiyaan invastimantiiwwan alaa gama Piroojektoota Maddoota Anniisaa Haaromfamaan hawwachuuf ce’umsa taasistu…

Continue ReadingPiroojektoota Maddoota Anniisaa Haaromfamaa deeggaruuf waliigalteen mallattaa’e

Ityoophiyaan wabii nyaatan of danda’uuf tattaaffii cimaa keessa jirti- Waajjira Ministeera Muummee

AMN PLUS- Guraandhala 11/2017 Ityoophiyaan wabii nyaata of danda’uuf tattaaffii cimaa keessa akka jirtu Waajjirri Muummee Ministeera guyyaa har’aa ibsa baaseen mul’iseera. Addunyaa yeroo baay’ee Afrikaan yeroo hunda gargaarsa irratti…

Continue ReadingItyoophiyaan wabii nyaatan of danda’uuf tattaaffii cimaa keessa jirti- Waajjira Ministeera Muummee

Dooktar Geediyoon Turkiyee magaalaa Ankaaraa dhaqan

AMN PLUS, Guraandhala 11, 2017 Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Turkiyee Ankaaraa dhaqaniiru. Dooktar Geediyoon marii Teeknikaa waliigaltee Ankaaraarratti hirmaachuuf Turkiyee galuun ibsameera. dabalataaniis hariiroo gamlamee biyyoota lameenirratti…

Continue ReadingDooktar Geediyoon Turkiyee magaalaa Ankaaraa dhaqan

Hojiilee jireenya lammilee fooyyessuuf hojjetaa jirruun haqni hawaasummaa mirkanaa’aa jira- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS Guraandhala 11, 2017 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen manneen mandara Gaarummaatti ijaaraman 192 dabarsan.

Continue ReadingHojiilee jireenya lammilee fooyyessuuf hojjetaa jirruun haqni hawaasummaa mirkanaa’aa jira- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Barri Hojii Komishinii Marii Biyyaalessaa akka dheeratu murtaa’e

AMN PLUS, Guraandhala 11, 2017 Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii ariifachiisaa 1ffaa bara hojii 4ffaa har’a taa’een gabaasa raawwii waggoota sadii Komishinii Marii Biyyaalessaa qorachuun barri hojii komishinichaa dabalataan…

Continue ReadingBarri Hojii Komishinii Marii Biyyaalessaa akka dheeratu murtaa’e

Dargaggoota leenjii gochaa fudhachuun carraan hojii dhaabbii uumameef kuma 13f 527 eebbisneerra- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS Guraandhala 11, 2017 Finfinneetti Marsaa 2ffaa sagantaa “Ga’umsa shaakala hojiirraa dargaggootaan” dargaggoota carraan hojii umameef kuma 13 fi 527 eebbifamuu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeeben ibsan.…

Continue ReadingDargaggoota leenjii gochaa fudhachuun carraan hojii dhaabbii uumameef kuma 13f 527 eebbisneerra- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Himatamaan mucaa jaalallee isaa gudeeduun ajjeese du’aan akka adabamu itti murtaa’e- Poolisii Finfinnee

AMN PLUS Guraandhala 10, 2017 Himatamaan shamaree umrii waggaa 17 Adoonaayit Yiheeyis jedhamtu gudeeduun ajjeesuun himatame murtoo du'aan akka adabamu itti murtaa'e. Yakki kun Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Araadaa Aanaa…

Continue ReadingHimatamaan mucaa jaalallee isaa gudeeduun ajjeese du’aan akka adabamu itti murtaa’e- Poolisii Finfinnee