Yaa’iin Gamtaa Afrikaa turizimii magaalaa keenyaaf simboo dabalataa ta’eera- Kantiibaa Adaanech Abeebee
AMN PLUS Guraandhala 10, 2017 Yaa’iin Gamtaa Afrikaa Magaalaa Finfinneef miidhagina dabalataa ta'uun diinagdee sochoosuu bira darbee bakkeewwan hawwata tuuriizimii fi maqaa gaarii magaalattii akkasumas aadaa keesummaa simachuu jiraattotaa gama…