Badhaadhinni Itoophiyaa waan hin oolledha- Dooktar Abiyyi Ahimad

AMN PLUS- Amajjii 23, 2017 Imalli badhaadhinaa Itoophiyaa kan hinhafneedha jedhan Pireezidaantiin Paartii Badhaadhinaa fi Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad. Dooktar Abiyyi gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin, “Yaa'ii…

Continue ReadingBadhaadhinni Itoophiyaa waan hin oolledha- Dooktar Abiyyi Ahimad

Paartiin Badhaadhinaa lamiilee Itoophiyaa hundaa garaagarummaa malee kan hammatee fi Paartii Sab-danneesa dhugaa ta’e dha- Obbo Adam Faaraah

AMN PLUS- Amajjii 23/2017 Paartiin Badhaadhinaa lamiilee Itoophiyaa hundaa garaagarummaa malee kan hammatee fi Paartii Sab-danneesa dhugaa ta’uu isaa Sadarkaa Itti Aanaa Muummee Ministiraatti, Itti Aanaa Pirezidaantii Paartii Badhaadhinaa fi…

Continue ReadingPaartiin Badhaadhinaa lamiilee Itoophiyaa hundaa garaagarummaa malee kan hammatee fi Paartii Sab-danneesa dhugaa ta’e dha- Obbo Adam Faaraah

Paartiin Badhaadhinaa lamiilee Itoophiyaa hundaa garaagarummaa malee kan hammatee fi Paartii Sab-danneesa dhugaa ta’e dha- Obbo Adam Faaraah

AMN PLUS- Amajjii 23/2017 Paartiin Badhaadhinaa lamiilee Itoophiyaa hundaa garaagarummaa malee kan hammatee fi Paartii Sab-danneesa dhugaa ta’uu isaa Sadarkaa Itti Aanaa Muummee Ministiraatti, Itti Aanaa Pirezidaantii Paartii Badhaadhinaa fi…

Continue ReadingPaartiin Badhaadhinaa lamiilee Itoophiyaa hundaa garaagarummaa malee kan hammatee fi Paartii Sab-danneesa dhugaa ta’e dha- Obbo Adam Faaraah

Itoophiyaan balaa xiyyaaraa Amerikaatti mudateen gaddi itti dhagahamuu ibsite

AMN PLUS- Amajjii 22/2017 Ministeerri Dhimma Alaa FDRI balaa xiyyaaraa Amerikaatti mudateen du'aatii lammiileerra gaheen gaaddi guddaan itti dhagahamuu ibse. Xiyyaarri imaltoota 64 baate fi helikooptarri waraanaa loltoota 3 feete…

Continue ReadingItoophiyaan balaa xiyyaaraa Amerikaatti mudateen gaddi itti dhagahamuu ibsite

Niko Kovaach Leenjisaa Borushiyaa Doortimand ta’uun mudamaan

AMN PLUS- Amajjii 22/2017 Leenjisaan Baayern Muunik duranii Niko Kovaach Leenjisaa haaraa Borushiyaa Doortimand ta'uun mudamaan. Leenjisaa Manchister Yunaayitid duraanii Erik Teenhag dabalatee leenjiftoonni hedduun Leenjisaa haara Borishiya Dortimand ni…

Continue ReadingNiko Kovaach Leenjisaa Borushiyaa Doortimand ta’uun mudamaan

Hoggantootni Paartii Badhaadhinaa Olaanoon Hojiilee Misoomaafi namoomarratti xiyyeeffatamuun Magaalaa Finfinneetti hojjataman daawwachaa jiru.

‎ ‎Giddu Gala Haaroomsaafi Ga'omsa Ogummaa Dubartootaa Lanagewaa,Mana Barnootaa Bultii Addaa Qaroo Dhabeeyyii Aqaaqii,Manneen Waliin jireenyaa Qindaa'a Galan Gurraa daawwataniiru. ‎ ‎Jillicha hojiilee Magaalaattiitti hojjataman daawwachiisaa kan jiran Itti Gaafatamaan…

Continue ReadingHoggantootni Paartii Badhaadhinaa Olaanoon Hojiilee Misoomaafi namoomarratti xiyyeeffatamuun Magaalaa Finfinneetti hojjataman daawwachaa jiru.

Jilli Paartii Morookoo ‘National Rally of Independent Morocco’ Finfinnee dhufe

AMN PLUS Amajji 22, 2017 Jilli Paartii Morookoo 'National Rally of Independent o Morocco' Yaa'ii Paartii Badhaadhinaa marsaa lammaffaa irratti hirmaachuuf Magaalaa Finfinnee gale. Jila kana kan dursan Ministira Qonna…

Continue ReadingJilli Paartii Morookoo ‘National Rally of Independent Morocco’ Finfinnee dhufe

Shaampiyoons Liigii Awurooppaan Kilaboonni Ingilaand 3 kallattumaan morkii itti aanutti darban

AMN PLUS- Amajjii 22, 217 Morkiin Shaampiyoonsiliigii Awurooppaa marsaa duraan kilaboonni Ingilaand 3 kallattumaan marsaa itti aanutti darban. Qabxii 21 walitti qabachuun sadarkaa 1 ffaan kan goolabe Liivarpuul dabalatee Astonviilaa…

Continue ReadingShaampiyoons Liigii Awurooppaan Kilaboonni Ingilaand 3 kallattumaan morkii itti aanutti darban

Murtee Doonaald Tiraamp Ameerikaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa keessaa baasuuf murteessan hordofuun Keeniyaan rakkoo fayyaa hatattamaa mudatu qolachuuf qophii jalqabuu ishee beeksifte

AMN PLUS- Amajjii 21/2017 Murtee Doonaald Tiraamp Ameerikaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa keessaa baasuuf murteessan hordofuun Keeniyaan rakkoo fayyaa hatattamaa mudatu qolachuuf qophii jalqabuu ishee beeksifteetti. Torban darbe guyyaa jalqabaa aangoo…

Continue ReadingMurtee Doonaald Tiraamp Ameerikaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa keessaa baasuuf murteessan hordofuun Keeniyaan rakkoo fayyaa hatattamaa mudatu qolachuuf qophii jalqabuu ishee beeksifte