Waltajjin ajandaa marii biyyaalessaa walitti qabuu Naannoo Somaalee Magalaa Jigjigaatti adeemsifamaa jira
AMN Onkololeessa 10, 2017 Ajandaalee biyyaafi naannoof faayidaa qaban adda baasuun milkaa’ina adeemsa marii biyyaaleessaaf hundu gaheesaa bahuu qaba jedhan Komisginarri Komishinii Marii Biyyaaleessaa Piroofessar Masfin Ar’aayaa. Komishinichi Waltajji Marii…