Humni Galaanaa Itoophiyaa, Giddugala leenjii miseensota Humna Galaanaa eebbisiise

AMN PLUS - Qaammee 1/2017 Humni Galaanaa Itiyoophiyaa Giddugala Leenjii ogeeyyii Galaanarraa eebbisiiseera. Qajeelcha Olaanaa Maahaandisa Raayyaa Ittisaan kan ijaarame Giddugali Leenjii ogeeyyii galaanarraa Humna Galaanaa Itiyoophiyaa kun har'a bakka…

Continue ReadingHumni Galaanaa Itoophiyaa, Giddugala leenjii miseensota Humna Galaanaa eebbisiise

Dhukkubbii, Kufaatii, Cichoomina, Injifannoo

‎AMN PLUS-Qaammee 1/2017 Injiffannoon Atileetota Itoophiyaa Guyyaa Cichoominaan yoo ibsamanu ‎Biyya isaanii bakka bu’uun waltajjii idil-addunyaa irratti alaabaa biyyaa isaaniiti jedhanii gatii guddaa kaffalaniiru. Kufanii ka'aniiru. Maraatoonii dadhabsiisaa irraa kaasee…

Continue ReadingDhukkubbii, Kufaatii, Cichoomina, Injifannoo

Guyyaan Cichoominaa sadarkaa Magaalaa Finfinneetti marii paanaaliitiin kabajamaa jira

‎AMN PLUS- Qaammee 1/2017 ‎Guyyaan Cichoominaa mataduree 'Bu'ura Cimaa, Biyya Jabduu' jedhuun kabajamaa jira. Sadarkaa Magaalaa Finfinneettis guyyichi bakka hoggantootni olaanoo magaalattiifi qaamonni nageenyaafi tasgabbii argamanitti marii paanaaliitiin kabajamaa jira.…

Continue ReadingGuyyaan Cichoominaa sadarkaa Magaalaa Finfinneetti marii paanaaliitiin kabajamaa jira

Hojiileen dhaabbata ammayyeessuu cimee itti fufa- Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaa

AMN PLUS - Qaammee 1, 2017 Hojiin gama maraan dhaabbata ammayyeessuu cimee itti fufa jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaan. Tajaajila hunda galeessa kennuu kan dandeessisu…

Continue ReadingHojiileen dhaabbata ammayyeessuu cimee itti fufa- Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaa

Misoomni Finfinneetti mul’ate mallattoo Cichoominaati- Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS- Qaammee 1/2017 ‎Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen "Biyyi bu'uura jabaa irratti ijaarame, qormaata yeroo kamiifuu hin jilbeeffattu jedhan. Aadde Adaanech Guyyaa Cichoominaa Qaammee 1, "Bu'uura Cimaa, Biyya…

Continue ReadingMisoomni Finfinneetti mul’ate mallattoo Cichoominaati- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Guyyaan Cichoominaa Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinneetti kabajame.

AMN PLUS - Qaammee 1/2017 Qaammeen 1 Guyyaan Cichoominaa Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinneetti kabajame. ‎Kabaja Guyyichaarratti miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa, Poolisii Federaalaa, Poolisii Magaalaa Finfinneefi misernsonni Kabachiisa Dambii Magaalaatti hirmaataniiru.…

Continue ReadingGuyyaan Cichoominaa Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinneetti kabajame.

Itoophiyaan badhaadhina ishee harka jabaa bu’uura ishee cimsuu danda’uun ni mirkaneessiti- MM Abiyyi Ahimad (Dr)

AMN PLUS - Qaammee 1/2017 Ministeerri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr) Qaammee 1, "Guyyaa Cichoominaa" ilaalchisee ergaan dabarsaniiru "Itoophiyaan badhaadhina ishee harka jabaa bu'uura ishee cimsuu danda'uun ni mirkaneessiti" jedhan.…

Continue ReadingItoophiyaan badhaadhina ishee harka jabaa bu’uura ishee cimsuu danda’uun ni mirkaneessiti- MM Abiyyi Ahimad (Dr)

Qaammeen 1 lammiileen Itoophiyaa Cichoominaan Olka’iinsa Itoophiyaa mirkaneessuuf yeroo itti of haaressan akka tahe ibsame.

‎AMN PLUS - Hagayya 30/2017 ‎Qaammeen Tokko lammiileen Itoophiyaa tokkummaafi kutannoodhaan ol ka'iinsa Itoophiyaa mirkaneessuuf afuura cichoominaa isaanii kan itti haaressan akka tahe Ministirri Raayyaa Ittisa Biyyaa Injinar Ayishaa Mahaammad…

Continue ReadingQaammeen 1 lammiileen Itoophiyaa Cichoominaan Olka’iinsa Itoophiyaa mirkaneessuuf yeroo itti of haaressan akka tahe ibsame.

Xumuramuun Hidha Haaromsaa dargaggootaaf carraa hojii uumeera.

AMN PLUS - Hagayya 30,/2017 ‎Hojiin ijaarsaa Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa xumuramuun dargaggoota naannoo Beenishaangul Gumuziif carraa hojii adda addaa akka uume ibsame. Carraaleen hojii dargaggootaaf uumamanis qurxummii qabuu, bidiruu…

Continue ReadingXumuramuun Hidha Haaromsaa dargaggootaaf carraa hojii uumeera.