Itoophiyaan Koree Hoji Raawwachiiftuu Komishinii Dhimma Godaantotaa UNtti makamte
AMN Onkololeessa 8, 2017 UNtti bakka bu'aan dhaabbii Itoophiyaa Ambaasaaddar Tsagga'aab Kibabawu Itti aanaa Dura taa'aa Komishinii Dhimma Godaantotaa UN (UNHCR) ta'uun filaman.