Israa’eel Somaaliilaanditti Buufata Waraanaa ijaaruu akka barbaaddu ibsite
AMN Onkololeessa 8, 2017 Israa'eel haleellaa gareen Hawutii naannawa Galaana Diimaatti geessisu qolachuuf Somaaliilaanditti Buufata Waraanaa ijaaruu akka barbaaddu gabaafame. Akkasumas nageenya Galoo Baab Il-mandaabi eeguufi yakkoota naannawichatti raawwataman ittisuuf…