Kantiibaa Adaanech qophii dursaa Yaa’ii Gamtaa Afriikaa qopheessuuf taasifamaa jiru gamaggaman

AMN- Mudde 14/2017 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Yaa'ii Hoggantootaa Gamtaa Afriikaa 38ffaa milkiin keessummeessuuf qophii duraa taasifamaa jiru gamaggamaniiru. Teessoo Afrikaa, Dippiloomaatoota Addunyaa fi Asxaa sabdaneessuummaa kan taate…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech qophii dursaa Yaa’ii Gamtaa Afriikaa qopheessuuf taasifamaa jiru gamaggaman

Hoggantoonni qabeenya misooma kooriidariin kaafaman faayidaa dhuunfaaf oolfachuuf yaaluun shakkaman to’ataman

AMN- Mudde 13/2017 Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Eekkaatti hoggantoonni aanaa 6, qabeenya sababa misooma kooriidariin tilmaamni kennamee naannawa Kaazanchisii diigaman faayidaa dhuunfaaf oolfachuuf yaaluun shakkaman to'atamuu Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee beeksise.…

Continue ReadingHoggantoonni qabeenya misooma kooriidariin kaafaman faayidaa dhuunfaaf oolfachuuf yaaluun shakkaman to’ataman

MM Abiyyi Ahimad (Dr) Pirezidaantii Fraansi Imaanu’eel Maakroon waliin dhimmoota waloo irratti mari’atan

AMN- Mudde 12/2017 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr) Pireezidaantii Fraansi Imaanu'eel Maakroon waliin dhimmoota waloorratti mari'atan. Pireezidaanti Imaanu'eel Maakroonii fi Mootummaan Fraansu ijaarsa Marasaa Biyyaalessaa fi hojii haaromsa manneen…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (Dr) Pirezidaantii Fraansi Imaanu’eel Maakroon waliin dhimmoota waloo irratti mari’atan

Milkaa’ina hojiiwwan Manni Maree Magaalaa Finfinnee hojjetuuf gurmaa’insi itti waamamaa mootummaa murteessaadha- Aadde Buzeenaa Alkadir

AMN- Muddee 12/2017 ‎Mana maree Magaalaa Finfinneetti Itti waamamni Olaanaa Mootummaa geeggeessitootaafi miseensota mana maree magaalichaaf gurmaa'insa itti waamamaa mootummaa irratti leenjii hubannoo cimsuu kennaa jira. Leenjiin hubannoo cimsuu kunis…

Continue ReadingMilkaa’ina hojiiwwan Manni Maree Magaalaa Finfinnee hojjetuuf gurmaa’insi itti waamamaa mootummaa murteessaadha- Aadde Buzeenaa Alkadir

Komishiniin Marii Biyyaalessaa dhiibba uumtota naannoo Oromiyaa waliin mari’ataa jira

AMN- Muddee 12/2017 ‎Waliigaltee biyyaalessaa uumuu keessatti ga'een namoota beekamoofi dhiibbaa uumtootaa olaanaa ta'uu Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa beeksise. ‎ ‎Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa Naannoo Oromiyaatti Waltajjii ajandaa marii walitti…

Continue ReadingKomishiniin Marii Biyyaalessaa dhiibba uumtota naannoo Oromiyaa waliin mari’ataa jira

Waliigalteen Ankaaraa seenaa dippilomaasii Itoophiyaa keessatti hawwii yeroo dheeraaf karra galaanarraa qabduuf milkaa’ina guddaa kan agarsiisudha – Gizaachoo Asiraat (Dr.)

AMN - Muddee 11/2017 Waliigalteen Ankaaraa seenaa dippilomaasii Itoophiyaa keessatti hawwii yeroo dheeraaf karra galaana irraa qabduuf milkaa’ina guddaa kan agarsiisu ta’uu isaa Insitiitiyuutii Dhimma Alaatti Daarikteer Jeneraalaa Qorannoo Dhimmoota…

Continue ReadingWaliigalteen Ankaaraa seenaa dippilomaasii Itoophiyaa keessatti hawwii yeroo dheeraaf karra galaanarraa qabduuf milkaa’ina guddaa kan agarsiisudha – Gizaachoo Asiraat (Dr.)

Rakkoo bulchiinsa gaarii atileetiksii Itoophiyaa mudate qulqulleessuuf haalkanii fi guyyaan hojjedha- Obbo Duubee Jiloo

AMN- Muddee 11/2017 Filannoo Pirezdaantummaa Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaa irratti Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee bakka bu'uun dorgomaa kan jiran obbo Duubee Jiloon rakkoowwan bulchinsaa, Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaa mudatan furuuf akka hojjetan dubbatan.…

Continue ReadingRakkoo bulchiinsa gaarii atileetiksii Itoophiyaa mudate qulqulleessuuf haalkanii fi guyyaan hojjedha- Obbo Duubee Jiloo

Kantiibaa Adaanech Abeebeen Itoophiyaatti Ambaasaaddara Fraans haaraa muudaman waliin mari’atan

AMN- Mudde 10/2017 Mariin Magaalaan Finfinnee magaalota Fraans garaagaraa waliin michummaa qabdu caalmaatti cimsuuf dandeessisu gaggeeffameera. Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Itoophiyaatti Ambaasaaddara Fraans haaraa ta’uun kan muudaman Aleeksiis…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen Itoophiyaatti Ambaasaaddara Fraans haaraa muudaman waliin mari’atan

Waltajjiin ajandaa marii walitti qabuu Naannoo Oromiyaatti gaggeeffame waltajjii aadaan wal dhaggeeffachuu itti dagaageedha – Komishiniin Marii Biyyaalessaa

AMN - Muddee 10/2017 ‎ Waltajjiin ajandaa marii walitti qabuu Naannoo Oromiyaatti gaggeeffame waltajjii aadaan wal dhaggeeffachuu fi wal kabajuu itti dagaagee ta’uu Komishiniin Marii Biyyaalessaa beeksise. ‎Komishinichi hojiilee guyyoottan…

Continue ReadingWaltajjiin ajandaa marii walitti qabuu Naannoo Oromiyaatti gaggeeffame waltajjii aadaan wal dhaggeeffachuu itti dagaageedha – Komishiniin Marii Biyyaalessaa