Dhiyyeessii oomishaalee beelladaa babal’isuuf hojjetamaa jira – Dooktar Girmaa Amantee

AMN- Mudde 01/2017 Fedhii dhiyyeessa oomishaalee beelladaa hawaasni qabu guutuuf sagantaan biyyaalessaa qophaa’uun hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksiseera. Ministirri Qonnaa Dooktar GirmaaAmanteen jila Taanzaaniyaa waliin mari’ataniiru. Itoophiyaan guddina Diinagdee ishee…

Continue ReadingDhiyyeessii oomishaalee beelladaa babal’isuuf hojjetamaa jira – Dooktar Girmaa Amantee

Miidhaa dubartootaa fi daa’imman irra gahu hambisuuf qaamni dhimmichi ilaallatu hundi xiyyeeffannoon irratti hojjechuu akka qaban ibsame

AMN - Mudde 01/2017 Miidhaa dubartootaa fi daa’imman irra gahu hambisuuf qaamni dhimmichi ilaallatu hundi xiyyeeffannoon irratti hojjechuu qabu jedhe Biiroon Dhimma Dubartoota, Daa'immanii fi Hawaasummaa Bulchiinsa Magaalaa Finffinnee. Biirichi…

Continue ReadingMiidhaa dubartootaa fi daa’imman irra gahu hambisuuf qaamni dhimmichi ilaallatu hundi xiyyeeffannoon irratti hojjechuu akka qaban ibsame

Komishiniin Marii Biyyaalessaa hayyoota Naannoo Oromiyaa waliin mari’ataa jira

AMN- Muddee 01/ 2017 Milkaa'ina Marii biyyaalessaaf gaheen hayyootaa ol'aanoo ta'uu Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa beeksise. Komishinichi adeemsa ajandaa walitti qabuu Naannoo Oromiyaa irratti haala mijeessitoota, hayyoota dhaabbilee Barnootaa ol'aanoo…

Continue ReadingKomishiniin Marii Biyyaalessaa hayyoota Naannoo Oromiyaa waliin mari’ataa jira

MM Abiyyi Ahimad Shaakkisootti Warshaa Oomisha Warqii YMG Gold eebbisan

AMN- Mudde 01/2017 Itoophiyaan biyyoota Afrikaa ariitiin guddachaa jiran keessaa ishee tokkoo ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad ibsan. Dameewwan guddina saffisaa agarsiisaa jiran keessaa Indaastiiriin Oomisha Warqii tokko…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Shaakkisootti Warshaa Oomisha Warqii YMG Gold eebbisan

Walitti dhufeenya Itoophiyaa fi Cheek Ripablik cimsuuf waliigalteen mallataa’e

AMN - Sadaasa 30/2017 Itti Aanaa Muummee Ministiraa Obbo Tamasgeen Xuruunaa, Itti Aanaa Muummee Ministiraa Cheek Ripablik Maariyaan Urechka waliin mari’ataniiru. Marii kanaan walitti dhufeenya Itoophiyaa fi Cheek Ripablik kan…

Continue ReadingWalitti dhufeenya Itoophiyaa fi Cheek Ripablik cimsuuf waliigalteen mallataa’e

Hojii jireenya namootaa jijjiiru hojjenneerra – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN - Sadaasa 30/2017 Jiraattota keenya Kaazaanchisitti mandara jaaree fi mijataa hin taane keessa jiraataa turan mandara sanaa baasuun gara naannawa mijataa fi jireenyaaf tolutti jijjiiruun hojii jireenya namootaa jijjiiru…

Continue ReadingHojii jireenya namootaa jijjiiru hojjenneerra – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Sagantaan torbee Industirii Afrikaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira

AMN- Sadaasa 30/2017 Torban Industirii Afrikaa waajjira muummee Gamtaa Afrikaa Finfinneetti argamutti gaggeeffamuutti jira. Saganticha irratti mata-duree "Dandeettii sammuu namtolchee, indaastirii magariisaa fi qabeenya kalaqa sammuu fayyadamuun jijjiirama Afrikaa dhugoomsuu"…

Continue ReadingSagantaan torbee Industirii Afrikaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira

Komishiniin Marii Biyyaalessaa Abbootii Gadaafi Haadholii Siinqee waliin mari’ataa jira

AMN- Sadaasa 30/ 2017 Komishiniin Marii Biyyaalessaa adeemsa ajandaa walitti qabuu akka Naannoo Oromiyaatti torbee dhufu eegalu milkeessuuf dhimmoota dandeessisan irratti Abbootii Gadaafi Haadholii Siinqee waliin Adaamatti mari'achaa jira. Komishishinarri…

Continue ReadingKomishiniin Marii Biyyaalessaa Abbootii Gadaafi Haadholii Siinqee waliin mari’ataa jira

“Addis Talent Show” irratti dorgomaa kan jiru Gareen Sarkasii “Troupe ADC” Galmee Dinqisiisoo Addunyaarratti galmaa’e

AMN- Sadaasa 30/ 2017 Gareen Sarkasii dorgommii AMN qopheessu "Addis Talent Show" irratti dorgomaa jiru "Troupe ADC" riikardii fooyyessuun Galmee Dinqisiisoo Addunyaa (Guenness) irratti galmaa'e. Addis Miidiyaa Neetiworkiin qophaa'uun dorgomtoota…

Continue Reading“Addis Talent Show” irratti dorgomaa kan jiru Gareen Sarkasii “Troupe ADC” Galmee Dinqisiisoo Addunyaarratti galmaa’e