Pireezidaanti Saahilawarqi Daayrektara olaanaa Dhaabbataa Godaantota Addunyaa waliin mari’atan

AMN Fulbaana 30, 2016:- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen, Daayrektara Olaanaa Dhaabbata Godaatotaa Addunyaa Emmii Pooppi waliin mari’ataniiru. Emmii Pooppi dawwannaa hojii isaanii Itiyoophiyaatti taasisaniiru. Daawwannaa isaaniin cinaattis, marii Pireezidaantii Saahilawarqi…

Continue ReadingPireezidaanti Saahilawarqi Daayrektara olaanaa Dhaabbataa Godaantota Addunyaa waliin mari’atan

Obbo Dammaqaan dhiibbaa jijjiirama qilleensaa salphisuuf tattaaffiin waliigalaa akka taasifamuuf gaafatan

Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa salphisuuf tattaaffiin waliigalaa akka taasifamuuf gaafatan. Obbo dammaqaan yaa’ii waliigalaa dhaabbata mootummootaa gamtoomanii Niwuyoorkitti gaggeeffamaa jirurratti…

Continue ReadingObbo Dammaqaan dhiibbaa jijjiirama qilleensaa salphisuuf tattaaffiin waliigalaa akka taasifamuuf gaafatan

Ityoophiyaan sadarkaa FIFA baaseen addunyaarraa sadarkaa 142ffaarra teesse

Waldaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Addunyaa haala waqtaawaa sadarkaa garee Kubbaa Miilaa biyyoota Afrikaa ifoomseera. Haaluma kanaan Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaa miseensa FIFA ta’an 50 keessaa 42ffaarratti kan argamtu yoo ta’uu, Addunyaarraa…

Continue ReadingItyoophiyaan sadarkaa FIFA baaseen addunyaarraa sadarkaa 142ffaarra teesse

Maartiin Odeegaard waliigaltee Arsenaal waliin qabu haga bara 2028tti haaresse

Dursaan taphattoota Arsenaal Maartiin Odeegaard waliigalteesaa haga Waxabajjii 2028tti haaresse. Taphataan lammii Noorweyi Odeegaard waliigaltee isaa erga haaressee booda yaada kenneen, "Waliigalter haaraa mallatteessuun murtoo salphaadha, akka kilabaatti hojiin hojjetaa…

Continue ReadingMaartiin Odeegaard waliigaltee Arsenaal waliin qabu haga bara 2028tti haaresse

Miseensonni Waldaa Balaliistota Daandii Qilleensa Ityoophiyaa, Humna Qilleensaa Ityoophiyaa waliin tumsaan akka hojjetan himan

Waldaan Balaliistotaa Itiyoophiyaa, Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa waliin hojjechuuf qophii ta’uu beeksise. Miseensonni waldichaa Humna Qilleensaa Itiyoophyaatti daawwanna muuxannoo waljijjiirraa taasisaniiru. Humni Qilleensaa ergama siyaasaa, gosa, amantaa fi kanneen biroorraa walaba…

Continue ReadingMiseensonni Waldaa Balaliistota Daandii Qilleensa Ityoophiyaa, Humna Qilleensaa Ityoophiyaa waliin tumsaan akka hojjetan himan

UNDP’n Itiyoophiyaa deeggaruuf kutannoo qabaachuu beeksise

Sagantaan Misoomaa Dhabbata Biyyoota Gamtoomanii (UNDP) adeemsa ijaarsa nageenyaa Itiyoophiyaa deeggaruuf kutannoo qabaachuu Itti Gaafatamaan Dhaabbatichaa Aachii Shitaaynar himaniiru Yaa’ii waliigalaa 78ffaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii Niwuyoorkitti taa’amaa jiru cinaatti Ministirri…

Continue ReadingUNDP’n Itiyoophiyaa deeggaruuf kutannoo qabaachuu beeksise