Oromiyaatti Namoonni Miliyoona Tokko caalan Leenjii Itiyoo-koodarsii Fudhataniiru

AMN PLUS-Mudde 13/2018 Sagantaa innisheetivii koodarsii miliyoonaa 5tiin naannoo Oromiyaatti namoonni miliyoona tokko caalan leenjii Itiyoo-koodarsii fudhachuun ibsameera. Carraa sagantaa Itiyoo-koodersii kanaan dargaggoonni onlaayiniin barachuun addunyaarratti akka dorgoman taasisuun biyyaaf…

Continue ReadingOromiyaatti Namoonni Miliyoona Tokko caalan Leenjii Itiyoo-koodarsii Fudhataniiru

Dijitaalaayizeeshiniin furtuu galma badhaadhinaa milkeesssudha- MM I/Aanaa Tamasgeen Xurunaa

AMN PLUS- Mudde 13/2018 Dijitaalaayizeeshiniin furtuu galma badhaadhinaa milkeesssuu akka ta’e Ministirri Muummee Itti Aanaa FDRI Obbo Tamasgeen Xurunaa ibsan. Teekinooloojiin Dijitaalaa fedhii guddachuuf Itoophiyaan qabdu gahumsa guddachuun kan wal…

Continue ReadingDijitaalaayizeeshiniin furtuu galma badhaadhinaa milkeesssudha- MM I/Aanaa Tamasgeen Xurunaa

Dandeettiin addaa bu’uura misoomaa murteessaadha- Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS-Mudde 13/2018 ‎Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) dandeettiin addaa bu’uura misoomaa murteessaa waan ta’eef akkuma bu'uuraalee misoomaa biroo irratti hojjachuun barbaachisaa akka ta'e ibsaniiru. ‎Dooktar Abiyyi goolaba sagantaa Dijitaal…

Continue ReadingDandeettiin addaa bu’uura misoomaa murteessaadha- Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

Hoggantootni dhaabbilee 7 hoggansa cimaa kennaniin badhaafaman

‎AMN PLUS- Mudde 12/2018 ‎Dhaabbatni Badhaasa Giraand Afrikaa hoggantoota dhaabbilee invastimantii 7, hoggansa cimaa isaan kennaniif nadhaaseera. Sirni Badhaasaa "Giraand Afrikaa" 20ffaan Yaadannoo Injifannoo Adawaatti adeemsifameera. ‎Hoggantootni kunneenis, Sheek Toofiq…

Continue ReadingHoggantootni dhaabbilee 7 hoggansa cimaa kennaniin badhaafaman

Bara 2036 guddinni diinagdee Itoophiyaa, Afriikaa irraa kan jalqaba ta’a – MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS-Mudde 12/2018 ‎Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) bara 2036tti diinagdeen guddichi Afrikaa, kan Itoophiyaa akka ta'uu akeekan. ‎"Yaadni kun yoo ibsamu namoota baay'eetti shakkii uumuus, waan karoorsine galmaan gahuun…

Continue ReadingBara 2036 guddinni diinagdee Itoophiyaa, Afriikaa irraa kan jalqaba ta’a – MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‘Dijitaal Itoophiyaa 2030’n Tarsiimoo nama irratti xiyyeeffatedha – Aadde Miiriyaam Alii

AMN PLUS- Mudde 11/2018 Tarsiimoon 'Dijitaal Itoophiyaa 2030' misooma namoomaafi seektaroota hundumaa irratti xiyyeeffate ta'uu Waajjira Ministira Muummeetti Gorsituun Dhimmoota Dijitaalaa, Aadde Miiriyaam Alii himan. Tarsiimoon haaraan Itoophiyaa Dijitaalaa dhugoomsuu…

Continue Reading‘Dijitaal Itoophiyaa 2030’n Tarsiimoo nama irratti xiyyeeffatedha – Aadde Miiriyaam Alii

Fayyadamtootni bilbila mobaayilaa Miliyoona 97 ga’aniiru- Firehiwoot Taammiruu

‎AMN PLUS- Mudde 11/2018 ‎Dijitaal Itoophiyaa 2025tiin dameewwan Telekoomii irratti bu'aan hedduun galmaa'uu Hoji-Raawwachiistuun Olaanaa Etiyoo-Telekoom Firehiwot Taammiruu ibsan. ‎Aadde Firehiwot maamiltootni bilbila mobaayilaa Miliyoona 97 irra dhaqqabsiisuun akka danda'ame…

Continue ReadingFayyadamtootni bilbila mobaayilaa Miliyoona 97 ga’aniiru- Firehiwoot Taammiruu

MM Abiyyi Ahimad (PhD) Sagantaa Dijitaal Itoophiyaa 2030 eegalchiisan

AMN PLUS- Mudde 11/2018 Sagantaan Dijitaal Itoophiyaa 2025, guutummaan guutuutti milkaa'uu Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) beeksisan. Dooktar Abiyyi guyyaa har'aa Sagantaa Dijitaal Itoophiyaa 2030 ifatti eegalchiisaniiru. "Galmi Diijitaal…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (PhD) Sagantaa Dijitaal Itoophiyaa 2030 eegalchiisan