Qabeenya birrii biiliyoona 1.7tti tilmaamamu qisaasama irraa hambifameera- Biiroo Haqaa Magaalaa Finfinnee

AMN PLUS- Amajjii 20/2017 Biiroon Haqaa Magaalaa Finfinnee ji'oottan jahan darbanitti mirgaafi faayidaa bulchiinsa magaalichaa Birrii Biliyoona 1.7tti tilmaamamu kabachiisuu beeksise. Biirichi bakka qooda fudhattoonni argamanitti gamaggama raawwii hojii ji'a…

Continue ReadingQabeenya birrii biiliyoona 1.7tti tilmaamamu qisaasama irraa hambifameera- Biiroo Haqaa Magaalaa Finfinnee

Kaabineen Magaalaa Finfinnee murtoowwan garaagaraa dabarse

AMN PLUS- Amajjii 19, 2017 Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee ajandaalee garaagaraarratti mari’achuun murtoowwan adda addaa dabarsuu Kantiibaan Magaalichaa Aadde Adaanech Abeebeen ibsan. Kaabineen bulchiinsa Magaalichaa Walga’ii Idilee 6ffaa waggaa 4ffaa…

Continue ReadingKaabineen Magaalaa Finfinnee murtoowwan garaagaraa dabarse

Yaa’iin idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa murtoowwan gurguddoo fidee dhufa- Obbo Adam Faaraah

AMN PLUS- Amajjii 19/2017 Yaa’ii idilee Paartii Badhaadhinaa 2ffaa gaggeeffamurratti murtoowwan gurguddan kan murtaa’an ta’uu Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii fi Pireezidaantii Itti…

Continue ReadingYaa’iin idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa murtoowwan gurguddoo fidee dhufa- Obbo Adam Faaraah

Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Keeniyaa, Naayiroobii dhaqan

AMN PLUS- Amajjii 18, 2017 Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Walga'ii Haaroomsa Dhaabbilee Gamtaa Afrikaa Sadarkaa Olaanaarratti hirmaachuuf Keeniyaa Naayiroobii dhaqaniiru. Pireezidaanti Taayyeen wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Joomoo Keeniyaataa gahan…

Continue ReadingPireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Keeniyaa, Naayiroobii dhaqan

Dorgommiin ispoortii aadaa Oromiyaa 30ffaan har’a magalaa Shaashamanneetti eegalame

AMN PLUS- Amajjii 18/2017 Dorgommiin ispoortii aadaa maarsaa 30ffaa fi agarsisni aadaa maarsaa 17ffaan sadarkaa Oromiyaa har'a magalaa Shaashamanneetti eegalame Dorgommichi maata duree 'Misooma aadaawwanii, sab-danessummaa sochii ispoortii aadaatiin ni…

Continue ReadingDorgommiin ispoortii aadaa Oromiyaa 30ffaan har’a magalaa Shaashamanneetti eegalame

Dhaabbata Gamtaa Afrikaa Hundeeffamaa Hanga Guddinaatti

AMN - Amajjii 16/2017 Biyyoonni Afrikaa erga sirna bittaa kolonii Awurooppaa jalaa bilisoomanii booda hedduun isaanii miseensa gareewwan ilaalcha adda addaa tarkaanfachiisan ta’uun gareewwaan gurguddoo sadii hundeessanii turan. Garee Kaazaabilaankaa…

Continue ReadingDhaabbata Gamtaa Afrikaa Hundeeffamaa Hanga Guddinaatti