Simpooziyemii fi Mariin Hariiroo Daldalaa fi Investimentii Itoophiyaa fi Jaappaan jidduu jiru cimsuurratti xiyyeeffate gaggeefamaa Jira

‎ AMN PLUS - Amajjii 14/2017 Simpooziyemii fi Mariin Hariiroo Daldalaa fi Investimentii Itoophiyaa fi Jaappaan jidduu jiru cimsuurratti xiyyeeffate Magaalaa Finfinneetti gaggeefamaa Jira. ‎Simpooziyeemicharratti Ministirri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa…

Continue ReadingSimpooziyemii fi Mariin Hariiroo Daldalaa fi Investimentii Itoophiyaa fi Jaappaan jidduu jiru cimsuurratti xiyyeeffate gaggeefamaa Jira

Humnii Qilleensaa Itoophiyaa Humna Qilleensaa Afrikaatti adda duree ta’e ijaaruuf hojjetamaa jira – L/J Yilmaa Mardaasaa

AMN - Amajjii 14/2017 Humnii Qilleensaa Itoophiyaa Humna Qilleensaa Afrikaatti adda duree ta'e ijaaruuf hojjetamaa hojjetamaa jiraachuu Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensichaa Leetanaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaan ibsaniiru. Leetanaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaan…

Continue ReadingHumnii Qilleensaa Itoophiyaa Humna Qilleensaa Afrikaatti adda duree ta’e ijaaruuf hojjetamaa jira – L/J Yilmaa Mardaasaa

Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa balaa ibiddaa Turkiyeetti Hoteela keessatti qaqqabeef gadda itti dhagahame ibseera

AMN – Amajjii 14/2017 Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa balaa ibiddaa Turkiitti Bulchiinsa Bolutti Hoteela riizoortii keessatti mudateen lubbuu namootaa darbuu fi miidhaan irra gahu isaatiif gadda itti dhagahame ibseera. Mootummaan…

Continue ReadingMinisteerri Dhimma Alaa Itoophiyaa balaa ibiddaa Turkiyeetti Hoteela keessatti qaqqabeef gadda itti dhagahame ibseera

Feestivaalli Ispoortii barattoota Yuunivarsiitii mootummaa hirmaachisu irra deebiin eegaluufi

AMN PLUS -Amajjii 13/2017 Feestivaala Ispoortii barattoota Yuunivarsiitiiwwan mootummaa gidduutti gaggeeffamaa turee fi waggoottan muraasaaf adda citee ture irra deebiin eegalchiisuuf qophiin xu.uramuu himame. Waldaan Ispoortii Barattoota Yuunivarsiitoota Itoophiyaa fi…

Continue ReadingFeestivaalli Ispoortii barattoota Yuunivarsiitii mootummaa hirmaachisu irra deebiin eegaluufi

Magaalaa Finfinneetti ji’oottan jahan darbanitti namoota kuma 142 oliif carraan hojii uumameera – Biiroo Hojii fi Kalaqaa Magaalaa Finfinnee

AMN PLUS - Amajjii 13/17 Magaalaa Finfinneetti ji'oottan jahan darbanitti namoota kuma 142 oliif carraan hojii uumamuu Biiroon Hojii fi Kalaqaa Magaalaa Finfinnee ibse. Ji'oottan jahan darbanitti namoota Kuma 150f…

Continue ReadingMagaalaa Finfinneetti ji’oottan jahan darbanitti namoota kuma 142 oliif carraan hojii uumameera – Biiroo Hojii fi Kalaqaa Magaalaa Finfinnee

Tajaajilli lammummaa fayyadamummaa uummata naannichaa mirkaneessa jira – Biiroo Kominiikeeshinii Oromiyaa

AMN PLUS - Amajjii 13/2017 Tajaajilli lammummaa fayyadamummaa uummata naannichaa mirkaneessa jiraachuu isaa Biiroon Kominiikeeshinii Oromiyaa ibseera. Hooggantoonni Naannoo fi Ogeessoonni miidiyaalee hojiilee tajaajila lammummaatiin hojjetaman daawwachaa jiru. Aadaa fi…

Continue ReadingTajaajilli lammummaa fayyadamummaa uummata naannichaa mirkaneessa jira – Biiroo Kominiikeeshinii Oromiyaa

Doonaald J. Tiraamp guyyaa hojii isaani jalqabaatiin Ameerikaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa fi Jijjiirama qilleensa Addunyaa (Paris Climate Change Agreement) keessaa akka baatu mallatteessan

AMN PLUS- Amajjii 13/2017

Continue ReadingDoonaald J. Tiraamp guyyaa hojii isaani jalqabaatiin Ameerikaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa fi Jijjiirama qilleensa Addunyaa (Paris Climate Change Agreement) keessaa akka baatu mallatteessan

Doonald J.Tiraamp Pireezdaantii Ameerikaa 47ffaa ta’uun kaleessa sirna kakuu raawwatan

AMN PLUS Amajjii 13/2017 Doonald J.Tiraamp Pireezdaantii Ameerikaa 47ffaa ta'uun marsaa lammffaaf filatamuun isaanii ni yaadatama. Guyyaa kaleessa sirna kakuu raawwataniiru. Sirna kana booda haasaa dheeraa taasisaniiru. Traamp haasaa isanii…

Continue ReadingDoonald J.Tiraamp Pireezdaantii Ameerikaa 47ffaa ta’uun kaleessa sirna kakuu raawwatan

Misooma Sululaa: Bu’uura Cehumsa Hundagaleessaa- Obbo Shimallis Abdiisaa

Ergaa Pirezidaantii MNO Obbo Shimallis Abdiisaa Bulchiinsa qabeenya umamaa ittifufiinsafi madaallii naannawaa eege mirkaneessun dhimma filannoof dhiyaatu miti. Duudhan keenya kunuunsa qabeenya umamaa lubbuu ittifufsiisudhaan walqixxeessa ture. Adeemsan dimimmisuu duudhaa…

Continue ReadingMisooma Sululaa: Bu’uura Cehumsa Hundagaleessaa- Obbo Shimallis Abdiisaa