Jilli qondaaltota Raayyaa Ittisa Biyyaa Indaastirii Uffannaa Adaamaa daawwate

AMN Fulbaana 19, 2016:- Jilli Ministira Raayyaa Ittisaa Dooktar Abirahaam Balaayii fi Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaa, Indaastirii Uffaanaa Adaamaa daawwateera. Faawundeeshinii Raayyaa Ittisaatti Indaastiriin…

Continue ReadingJilli qondaaltota Raayyaa Ittisa Biyyaa Indaastirii Uffannaa Adaamaa daawwate

Magaalaa jireenya harka qalleeyyii jijjirtu uumuuf hojjechaa jirra- Obbo Jaanxiraar Abbaayi

Bulchiinsa Kutaa Magaalaa Qirqoositti mannen harka qalleeyyiif ijaaraman dabarfaman. Manni jireenya kuni Deeggarsa Mootummaatin fi Dhaabbata Beeksisaa Mark jedhamuun akka ijaarame ibsameera. Manni jireenyaa kun Gamoo abbaa Darbii tokkoo yoo…

Continue ReadingMagaalaa jireenya harka qalleeyyii jijjirtu uumuuf hojjechaa jirra- Obbo Jaanxiraar Abbaayi

Dr. Abiy Ahimad Finfinneetti Giddugala Soorataa 20ffaa eebbisiisan

AMN Fulbaana 17, 2016:- Ministirri Muummee Dr. Abiy Ahimad Giddugala Soorataa 'Tasfaa Birahaan' 20ffaa eebbisiisuun hojii eegalchiisan. Giddugalichi Kutaa Magaalaa Gullalleetti kan ijaarame dha. Dr. Abiy ayyaana Masqalaa sababeeffachuun Kantiibaa…

Continue ReadingDr. Abiy Ahimad Finfinneetti Giddugala Soorataa 20ffaa eebbisiisan

Giddugaloota Nyaataa Finfinneetti lammileen harka qalleeyyii kuma 35 ol fayyadamaa jiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN Fulbaana 17, 2016:- Jiraattoota magaalaa Finfinneef kennaa bara haaraa dabalataa akka ta’uuf giddu gala nyaataa ‘Tasfaa Birhaan’ 20ffaan eebbifamuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen himan. Kabajamoo Muummee Ministiraa…

Continue ReadingGiddugaloota Nyaataa Finfinneetti lammileen harka qalleeyyii kuma 35 ol fayyadamaa jiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee