Biiroon Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii Magaalàa Finfinnee miseensota raayyaa nageenyaa kan bara 2017 marsaa lammaffaa eebbisise

AMN- Amajjii 9/2017 Biiroon Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii Magaalàa Finfinnee miseensota raayyaa nageenyaa kan bara 2017 marsaa lammaffaa eebbisuu isaa beeksiseera. Sirna eebba kanarratti argamun ergaa kan dabarsan komishineerrii komishinii…

Continue ReadingBiiroon Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii Magaalàa Finfinnee miseensota raayyaa nageenyaa kan bara 2017 marsaa lammaffaa eebbisise

Magaalota Oromiyaa keessatti ijaarsi kilaasteroota beelladaa xiyyeeffannoo addaan gaggeeffama jira

AMN- Amajjii 8/2017 Magaalota Oromiyaa keessatti ijaarsi kilaasteroota beelladaa xiyyeeffannoo addaan gaggeeffama jiraachuu Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa beeksise. Ijaarsi kilaastera misooma beelladaa wabii nyaataa mirkaneessuuf kaayyeffatee hojjetamaa jiruun cinatti carraa hojii…

Continue ReadingMagaalota Oromiyaa keessatti ijaarsi kilaasteroota beelladaa xiyyeeffannoo addaan gaggeeffama jira

Kantiibaa Adaanech Abeebee walga’iin dursa yaa’ii idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Finfinneetti Mata duree “Waadaa hanga Aadaa” jedhuun gaggeeffamaa ture xumuramuu ibsan

AMN - Amajjii 8/2017

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee walga’iin dursa yaa’ii idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Finfinneetti Mata duree “Waadaa hanga Aadaa” jedhuun gaggeeffamaa ture xumuramuu ibsan

Magaalli guddoo ammayyaan guddina dinagdee biyyaatiif gumaacha guddaa qaba – Obbo Zamadeeneh Nigaatu

AMN - Amajjii 8/2017 Magaalaa ammayyoofte uumuuf hojiin misooma kooridarii Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiru misooma magaalli guddoon tokko barbaaddu guutamaa jiraachuusaa kan mul’isu ta’uu ogeessi dinagdee obbo Zamadeeneh Nigaatuu dubbataniiru.…

Continue ReadingMagaalli guddoo ammayyaan guddina dinagdee biyyaatiif gumaacha guddaa qaba – Obbo Zamadeeneh Nigaatu

Hojiin ijaarsaa waajjiralee, naannoo hojiif mijataa ta’e uumuu fi kan yeroo ammaa keessa jirru kan madaalu ta’uu qaba- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN- Amajjii 8/2017 Hojiin ijaarsaa waajjiralee, naannoo hojiif mijataa ta’e uumuu fi kan yeroo ammaa keessa jirru kan madaalu ta’uu akka qaba Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adde Adaanech Abeebee eeraniiru.…

Continue ReadingHojiin ijaarsaa waajjiralee, naannoo hojiif mijataa ta’e uumuu fi kan yeroo ammaa keessa jirru kan madaalu ta’uu qaba- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Bara jijjiiramaa kana keessatti magaalonni Itoophiyaa xiyyeeffannoo guddaa argataniiru – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN - Amajjii 7/2017 Bara jijjiiramaa kana keessatti magaalonni Itoophiyaa xiyyeeffannoo guddaa kan argatan yoo ta’u, jiraattota isaaniif mijataa fi miidhagaa, akkasumas hawwata tuurizimii akka ta’an hojjetamaa kan jiru ta’uu…

Continue ReadingBara jijjiiramaa kana keessatti magaalonni Itoophiyaa xiyyeeffannoo guddaa argataniiru – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Yaa’iin idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa mata duree “waadaa haanga Aadaatti” jedhun Sadarkaa Kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftootti gaggeeffamaa jira

AMN- Amajjii 7/2017 Yaa'iin idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa mata duree "waadaa haanga Aadaatti" jedhun Sadarkaa Kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftootti bifa ho'a ta'en gaggeeffamaa jira. Yaa'ii kun yaa'ii waliigalaan dura…

Continue ReadingYaa’iin idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa mata duree “waadaa haanga Aadaatti” jedhun Sadarkaa Kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftootti gaggeeffamaa jira

MM Abiyyi Ahimad (Dr.) adeemsa haaromsa Masaraa Faasiladas fi misooma kooridarii Magaalaa Gondar daawwatan

AMN - Amajjii 7/2017 MM Abiyyi Ahimad MM Abiyyi Ahimad (Dr.) adeemsa haaromsa Masaraa Faasiladas fi misooma kooridarii Magaalaa Gondar daawwataniiru. Adeemsi haaromsa Faasiladas fi misooma kooridarii Magaalaa Gondar keessatti…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (Dr.) adeemsa haaromsa Masaraa Faasiladas fi misooma kooridarii Magaalaa Gondar daawwatan