Jilli Obbo Shimallis Abdiisaatiin durfamu Ruwaandaa Magaalaa Kiigaaliitti muuxannoo waljijjiirraa irratti hirmaataa jira

AMN PLUS- Amajjii 3/2017 Jilli Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaatiin durfamu biyya Ruwaandaa Magaalaa Kiigaaliitti argamuun waltajjii muuxannoo waljijjiirrafi daawwannaa hojiilee misooma magaalaa garaagaraa irratti argameera. Waltajjiiwwan kanneen…

Continue ReadingJilli Obbo Shimallis Abdiisaatiin durfamu Ruwaandaa Magaalaa Kiigaaliitti muuxannoo waljijjiirraa irratti hirmaataa jira

Finfinneetti dargaggoonni kuma 112 olii leenjii koodarsii fudhachaa jiru

AMN - Amajjii 3/2017 Finfinneetti ji’oota jahan darbanitti dargaggoonni kuma 112 olii leenjii koodarsii irratti hirmaachaa jiraachuu isaanii Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Waajjirri Misooma Innooveeshinii fi Teeknooloojii beeksise. Yaada Burqisiisuu Ministirri…

Continue ReadingFinfinneetti dargaggoonni kuma 112 olii leenjii koodarsii fudhachaa jiru

“Poolisoota idilee marsaa 29ffaa leenjii isaanii xumuran 874 eebbifnee hojiitti galchineerra” – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN - Amajjii 3/2017 Kantiibaan magaalattii Finfinnee Adaanech Abeebee ergaa marsaa hawaasaa isaanii irratti dabarsaniin, magaalaa keenyaa rakkoo nageenyaa kamirraayyuu bilisa taasisuuf humna namaa gahumsa qabuun, loojistikii fi teeknooloojii ammayyaatiin…

Continue Reading“Poolisoota idilee marsaa 29ffaa leenjii isaanii xumuran 874 eebbifnee hojiitti galchineerra” – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Akkadaamiin Poolisii Finfinnee poolisoota idilee marsaa 29ffaaf leenji’an bakka kantiibaan Adaanech Abeebee argamanitti eebbisaa jira

AMN - Amajjii 3/2017 Akkadaamiin Poolisii Magaalaa Finfinnee poolisoota idilee marsaa 29ffaaf leenji'an 874 bakka kantiibaan Adaanech Abeebee itti argamanitti eebbisaa jiraachuun beekkamera. Sirna kanarratti kantiibaan magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee,…

Continue ReadingAkkadaamiin Poolisii Finfinnee poolisoota idilee marsaa 29ffaaf leenji’an bakka kantiibaan Adaanech Abeebee argamanitti eebbisaa jira

Guyyaatti lammiileen miiliyoona sadii ol tajaajila geejjibaa argachaa jiru – Biiroo Geejjibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee

AMN PLUS - Amajjii 02/2017 Finfinneetti Guyyaatti lammiileen miiliyoona sadii ol tajaajila geejibaa argachaa jiru jedhe Biiroon Geejjibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee. Biirichi Ministeera Geejjibaafi loojistiksii waliin qindaa’uun dhaabbilee damee geejjibaa…

Continue ReadingGuyyaatti lammiileen miiliyoona sadii ol tajaajila geejjibaa argachaa jiru – Biiroo Geejjibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee

Taateen Naannoo Kibbaa fi Kibba Lixa Itoophiyaatti mul’ate caccabaa hawaa ykn dhagaa miitiyoor kan fakkaatu dha – Waldaa Saayinsii Hawaa Itoophiyaa

AMN PLUS - Amajjii 2/2017 Taateen Kaleessa galgala Naannoo Kibbaa fi Kibba Lixa Itoophiyaatti mul’ate caccabaa hawaa ykn dhagaa miitiyoor kan fakkaatu ta’uu Waldaan Saayinsii Hawaa Itoophiyaa beeksiseera. Gara kibba…

Continue ReadingTaateen Naannoo Kibbaa fi Kibba Lixa Itoophiyaatti mul’ate caccabaa hawaa ykn dhagaa miitiyoor kan fakkaatu dha – Waldaa Saayinsii Hawaa Itoophiyaa