Ayyaanni Daamaraa Masqalaa qabeenya biyyaa fi miidhagina magaalaa Finfinneeti – Aadde Adaanech Abeebee
AMN PLUS- Fulbaana 14/2018 Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen kabaja ayyaanaa Daamaraa Masqalaa bara 2018 ilaalchisee dureewwan mana amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii Tawaahidoo waliin mari’ataniiru. Hojii Gaggeessaa Olaanaan Mana Lubummaa…