Sagantaan ashaaraa magariisaa qabeenya bishaan lafa jalaa fi bishaan dachee gubbaa dabaluuf gargaara- Injinar Habtaamuu Ittafaa (Dr.)
AMN PLUS- Hagayya 29/2017 Sagantaan ashaaraa magariisaa qabeenya bishaan lafa jalaa fi bishaan dachee gubbaa dabaluuf gumaacha olaanaa akka qabu Ministirri Bishaanii fi Inarjii Injinar Habtaamuu Ittafaa (Dr.) ibsaniiru. Sagantaan…