Kubbaaniyyaawwan idil addunyaa shan Itoophiyaatti doolaara biiliyoona 1.6 Invast gochuuf walii galan

AMN PLUS Caamsaa 05/2017 Kubbaaniyyaawwan idil addunyaa shan Itoophiyaatti doolaara biiliyoona 1.6 Invast gochuuf Komishinii Invastimantii Itoophiyaa waliin walii galtee mallatteessaniiru. Fooramiin Invast Itoophiyaa 2025 qindoomina Komishinii Invastimantii Itoophiyaa, Ministeera…

Continue ReadingKubbaaniyyaawwan idil addunyaa shan Itoophiyaatti doolaara biiliyoona 1.6 Invast gochuuf walii galan

Koorporeeshiniin Misooma Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa yeroo xumurametti Diinagdee biyyaa bu’urarraa kan jiijjiru tahuun ibsame

AMN PLUS- Ebla 25/2017 Boordiin Hoggantoota Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa qorannaa raawwii hojii ji'a 9 fi daawwannaa dirree adeesiseera. Hoji Gaggeessaan Koorporeeshinii Misooma Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa Obbo Mootummaa Tamasgeen…

Continue ReadingKoorporeeshiniin Misooma Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa yeroo xumurametti Diinagdee biyyaa bu’urarraa kan jiijjiru tahuun ibsame

Hoggantoonni Dhaabbilee Mootummaa Federaalaa, Qindeessummaa Waajjira Ministira Muummeetiin Pirojektoota Misoomaa Daawwachaa jiru

AMN PLUS- Ebla 15/2017 Daawwannaa kanarratti hojiileen misoomaa Magaalaa Finfinneetti hojjataman kan dhalootarraa dhalootatti ce’an, diinagdee kan sochoosan ta’anii hojjatamaa jiraachuun ibsameera. Itti Gaafatamtuun Waajjira Ministira Muummee fi Ministirri Dhimmoota…

Continue ReadingHoggantoonni Dhaabbilee Mootummaa Federaalaa, Qindeessummaa Waajjira Ministira Muummeetiin Pirojektoota Misoomaa Daawwachaa jiru