Imala Itoophiyaan Dhaabbata Daldala Addunyaatti makamuuf taasistu Indiyaan ni deggarti- Ministira Muummee Naareendiraa Moodii

‎AMN PLUS- Mudde 8/2018 ‎Ministirri Muummee Indiyaa Naareendiraa Moodiin walitti dhufeenyi Itoophiyaafi Indiyaa michooma biyyoota lamaanii caalaatti guddisuun faayidaa biyyoota lamaanii irratti waliin hojjechuuf bu'aa guddaa akka qabu ibsan. ‎Adeemsa…

Continue ReadingImala Itoophiyaan Dhaabbata Daldala Addunyaatti makamuuf taasistu Indiyaan ni deggarti- Ministira Muummee Naareendiraa Moodii

Itoophiyaan biyya seenaa guddaafi aadaa miidhagaa qabdudha- Neeraandraa Moodii

AMN PLUS- Mudde 7/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) daawwannaa hojiif gara Itoophiyaa kan dhufan Ministira Muummee Indiyaa Neeraandraa Moodii simataniiru. Simannaa kana booda Mr. Moodiin ergaa karaa Twitter…

Continue ReadingItoophiyaan biyya seenaa guddaafi aadaa miidhagaa qabdudha- Neeraandraa Moodii

‎Imbaasiin Itoophiyaa Waashingitan D.C.tti argamu dorgommii agarsiisa Baazaarii idil addunyaa injifate

‎AMN PLUS- Mudde 3/2018 ‎Imbaasiin Itoophiyaa Waashingitan D.C.tti argamu dorgommii agarsiisa Baazaarii idil addunyaa mata duree "12th Annual Winternational Embassy Showcase” jedhamuun Sadaas 30 bara 2018 qopheessummaa giddu gala gabaa…

Continue Reading‎Imbaasiin Itoophiyaa Waashingitan D.C.tti argamu dorgommii agarsiisa Baazaarii idil addunyaa injifate

Fooramiin Damee Ijaarsaa Itoophiyaafi Kooriyaa Kibbaa Magaalaa Finfinneetti adeemsifamaa jira.

‎AMN PLUS -Mudde 3/2018 ‎Fooramii Damee Ijaarsaa Itoophiyaafi Kooriyaa Kibbaa Magaalaa Finfinneetti adeemsifamaa jiraachuu ibsameera. ‎Dhaabbileen ijaarsaa Kooriyaa Kibbaa qulqullina hojiitiin beekaman gara hojiitti akka seenaniif mootummaan deeggarsa taasisuuf kutannoo…

Continue ReadingFooramiin Damee Ijaarsaa Itoophiyaafi Kooriyaa Kibbaa Magaalaa Finfinneetti adeemsifamaa jira.

Itoophiyaafi Dhaabbatni Mootummoota Gamtoomanii Waggaa 80ffaa hariiroo isaanii waliin kabajan

AMN PLUS-Sadaasa 27/2018 Itoophiyaafi Dhaabbatni Mootummoota Gamtoomanii UN Waggaa 80ffaa hariiroofi tumsaa isaanii waliin kabajaniiru. Waarii Aadaa kaleessa Viileejii Kurriftuu Afrikaatti adeemsifameen Itoophiyaan hundeeffama UN keessatti gumaacha taasifte sagantaalee garaa…

Continue ReadingItoophiyaafi Dhaabbatni Mootummoota Gamtoomanii Waggaa 80ffaa hariiroo isaanii waliin kabajan

Riifoormii Diinagdee Gooroo Itoophiyaan hojiira oolchaa jirtu ni deeggarra- IMF

AMN PLUS-Sadaasa 26/2018 “Itoophiyaan dameewwan diinagdee ijoon guddina bu’aa qabeessa galmeessaa jirti” jedhan Ministirri Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen. Obbo Ahimad Shideen Daayirektara Itti Aanaa Dhaabbata Maallaqa Addunyaa Naayijel Kilaark waliin…

Continue ReadingRiifoormii Diinagdee Gooroo Itoophiyaan hojiira oolchaa jirtu ni deeggarra- IMF

Hariiroon dippiloomaasii Chaayinaa fi Itoophiyaa gara tumsa Tarsiimawaatti guddateera- Kom/Jeneraalaa Dammalaash Gabramikaa’el

AMN PLUS-Sadaasa 24/2018 Komishinarri Jeneraalaa Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’eel Ministeera Alaa Chaayinaatti Daayirektara Olaanaa Tumsa Nageenya Idil Addunyaa Ambaasaaddar Waangi Liisii waliin mari’ataniiru. Komishinarri Jeneraalaa Dammallaash dhimmoota shororkeessummaa fi…

Continue ReadingHariiroon dippiloomaasii Chaayinaa fi Itoophiyaa gara tumsa Tarsiimawaatti guddateera- Kom/Jeneraalaa Dammalaash Gabramikaa’el

Komishinarri Jeneraalaa Dammallaash G/Mikaa’el Ambaasaaddar Eervin Maasingaa waliin mari’atan

AMN PLUS- Sadaasa 24/2018 Komishinarri Jeneraalaa Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash G/Mikaa’el Itoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Eervin Maasingaa waajjira isaaniitti simachuun waliin mari’atan. Komishinarri Jeneraalaa Dammallaash, hariiroo damee poolisii biyyoota lamaanii daran…

Continue ReadingKomishinarri Jeneraalaa Dammallaash G/Mikaa’el Ambaasaaddar Eervin Maasingaa waliin mari’atan

Bakkeewwan hawwata tuuristii Hararitti daawwanne nu ajaa’ibsiisaniiru- Ambaasaaddaroota

AMN PLUS-Sadaasa 23/2018 Bakkeewwan hawwata tuuristii Hararitti daawwanne akka isaan ajaa’ibsiisan ambaasaaddarootaafi bakka bu’ootni dhaabbilee idil-addunyaa garaa garaa ibsan. Magaalaa Harariifi magaalota birootti misoomni kooridorii hojjatame miidhagaa akka ta’e dubbataniiru.…

Continue ReadingBakkeewwan hawwata tuuristii Hararitti daawwanne nu ajaa’ibsiisaniiru- Ambaasaaddaroota