Injifattoonni badhaasa miidiyaa IGAD Hidha Haaromsaa daawwatan

AMN PLUS- Sadaasa 22/2018 Gaazexeessitoonni Badhaasa Miidiyaa IGAD ijifatanii fi hirmaattonni waltajjichaa Hidha Haaromsaa daawwataniiru. Daawwannicha irratti Deetaan Ministeera Haaja Alaa Ambaasaaddar Hayidar Abarraa fi Barreessaa Itti Aanaan IGAD Abdii…

Continue ReadingInjifattoonni badhaasa miidiyaa IGAD Hidha Haaromsaa daawwatan

‎Itoophiyaan dippiloomaasiidhaan bu’aawwan hedduu galmeessaa jirti- Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‎AMN PLUS-Sadaasa 18/2018 ‎Ji'a sadaasaa kanatti Itoophiyaan gama dippiloomaasiitiin bu'aawwan hedduu akka galmeessite Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo ibsan. ‎Itoophiyaan Yaa'ii Biyyoota Garee 20 (G20) irratti hirmaachuun bu'aan hedduun gama dippiloomaasiitiin argatte…

Continue Reading‎Itoophiyaan dippiloomaasiidhaan bu’aawwan hedduu galmeessaa jirti- Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

Itoophiyaan balaa ibiddaa Hoong Koongitti mudateen gaddi itti dhagahamuu ibsite

AMN PLUS- Sadaasa 18/2018 Ministeerri Dhimma Alaa balaa ibiddaa Hoong Koongitti mudateen miidhaa dhaqqabe hordofee ibsa gaddaa baase. Ministeerichi akka ibsetti, balaa hamaa kanaan maatii miidhamaniif gaddi guddaan itti dhagahamuu…

Continue ReadingItoophiyaan balaa ibiddaa Hoong Koongitti mudateen gaddi itti dhagahamuu ibsite

Dippiloomaasii Addunyaan ajaa’ibsiifataa jiru

AMN PLUS- Sadaasa 16/2018‎‎Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) dippiloomaasii karra cufaatti adeemsifamaa turetti, isaanis karra cufaniiru.‎Diiploomaasii walkabajuu bu'uureffate, ‎Faayidaa biyyaalessaa milkeessuufi olka'iinsa Itoophiyaa dhugoomsu. Waltajjii Addunyaa, waltajjii ifaa, waltajjii beekamaafi…

Continue ReadingDippiloomaasii Addunyaan ajaa’ibsiifataa jiru

Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee Angoolaa, Luwaandaa gahan

AMN PLUS-Sadaasa 15/2018 Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaasee Yaa'ii Gamtaa Afriikaa- Gamtaa Awurooppaa (AU-EU) 7ffaa irratti hirmaachuuf Angoolaa, magaalaa Luwaandaa gahaniiru. Yaa'ii Gamtaawwan lamaanii Angoolaatti guyyaa 2'f adeemsifamu kana irratti hirmaachuuf…

Continue ReadingPirezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee Angoolaa, Luwaandaa gahan

Kantiibaa Adaanech Abeebeen Ministira Muummee Singaapoor Lawuransi Woongi Yaadannoo Injifannoo Adawaatti simachuun daawwachiisan

AMN PLUS- Sadaasa 15/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ministirri Muummee Singaapoor Lawuransi Woongi Yaadannoo Injifannoo Aduwaatti simachuun daawwachiisuu ibsan. Mr. Woongi gootota bilisummaa uummata gurraachaa mirkaneessuuf wareegaman yaadachuuf…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen Ministira Muummee Singaapoor Lawuransi Woongi Yaadannoo Injifannoo Adawaatti simachuun daawwachiisan

Dooktar Abiyyi Ministira Muummee Singaapoor daawwannaaf gara Itoophiyaa dhufan simatan

AMN PLUS- Sadaasa 14/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD), gitasaanii Singaapoor Lawuransi Woongi daawwannaaf gara Itoophiyaa dhufan simatan. Mr. Woongi buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee yeroo gahan Dr. Abiyyi…

Continue ReadingDooktar Abiyyi Ministira Muummee Singaapoor daawwannaaf gara Itoophiyaa dhufan simatan

Dooktar Abiyyi Pirezidaantii Braaziil Luulaa Daa Siilvaa waliin mari’atan

AMN PLUS - Sadaasa 14/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Pirezidaantii Biraaziil Luulaa Da Siilvaa waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiyyi ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, dhimmoota diinagdeefi bu’uuraalee misoomaa waaraa…

Continue ReadingDooktar Abiyyi Pirezidaantii Braaziil Luulaa Daa Siilvaa waliin mari’atan