Naannoo Oromiyaatti dhibeen busaa akka hin babal’anneef hojjatamaa jira

‎AMN PLUS-Fulbaana 6/2018 ‎Naannoo Oromiyaatti ganna xumuramaa jiru hordofee tatamsa'inni dhukkuba busaa akka hin babal'anneef hojiiwwan garaa garaa hojjetamaa jiraachuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise. ‎Hogganaa Itti Aanaan Biirichaa Doktar Tasfaayee…

Continue ReadingNaannoo Oromiyaatti dhibeen busaa akka hin babal’anneef hojjatamaa jira

Koongoon weerarri Iboolaa waggaa sadii booda deebi’ee ka’uu beeksiste

‎AMN PLUS - Hagayya 30/2017 ‎Dimokiraatik Rippabiliki Koongoon weerarri Vaayirasii Iboolaa biyyattiitti waggaa sadii booda deebi'ee mul'achuu isaa beeksiste. ‎Vaayirasiin kun hanga ammaatti namoota 28 irratti kan mul'ate yoo ta'u,…

Continue ReadingKoongoon weerarri Iboolaa waggaa sadii booda deebi’ee ka’uu beeksiste

Giddu galeessa Wal’aansa Istirookii ijaaramuuf deggersa ni taasisna- Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS- Hagayya 27/2017 ‎Dhukkubsattootaa fi maatii biyya alaa deemanii wal'aanamuu hindandeenye kan boqochiisu giddugalli wal'aansa Istirookii ijaaramuuf akka jedhu kantiibaa Adaanech Abeebee ibsan. ‎Istirookiifi dhibeewwan daddarboo hin taane yeroodhaa…

Continue ReadingGiddu galeessa Wal’aansa Istirookii ijaaramuuf deggersa ni taasisna- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Qorattoonni cabiinsi lafee ciree turanii nyaachuun kan wal-qabatu ta’uu beeksisan

‎AMN PLUS - Hagayya 26/2017 ‎Nyaati ciree ganamaa fayyummaa lafeetiif murteessaa ta'uu qorattoonni beeksisuun gabaafame. ‎Namni caba lafeen miidhamee ture Folkis jedhamu dhimma kana irratti kibxata darbe qorattootaaf yaada kenneen…

Continue ReadingQorattoonni cabiinsi lafee ciree turanii nyaachuun kan wal-qabatu ta’uu beeksisan

Hospitaalli Alart, hojjettoota AMNf tajaajila yaala fayyaa bilisaa laate

AMN PLUS- Hagayya 22/2017 Gareen Wal’aansa Fayyaa Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Alart Waajjira Addis Miidiyaa Neetwork AMN’tti argamuun tajaajila tola ooltummaa gannaa bilisaan hojjattootaaf kennee jira. Hospitaalichi bara 2015 tajaajila tola ooltummaa…

Continue ReadingHospitaalli Alart, hojjettoota AMNf tajaajila yaala fayyaa bilisaa laate

Weerara Dhibee Koleeraa Sudaanitti mul’ate to’achuudhaaf tattaaffin taasifamaa jira

‎AMN PLUS - Hagayya 22/2017 Weerarri dhibee Koleeraa Sudaanitti akka mul’ate beekameera. Weerarri kun torban tokko keessatti namoota 1200 irratti yoo mul’atu lubbuun namoota 36 darbeera. Baatii Caamsaa irraa eegalee…

Continue ReadingWeerara Dhibee Koleeraa Sudaanitti mul’ate to’achuudhaaf tattaaffin taasifamaa jira

Hoospitaalichi lammiilee kuma 5f tajaajila yaala fayyaa bilisaa kennuu eegale

AMN PLUS, Hagayya 15/2017 Hoospitaalli Ispeeshaalaayizdii Xuqur Ambassaa tajaajila yaala fayyaa bilisaa namoota kuma 5f kennuu eegaleera. Sagantichi qaama tola ooltummaa waqtii gannaa yoo tahu namoota ofiin yaalamuuf humna hinqabneef…

Continue ReadingHoospitaalichi lammiilee kuma 5f tajaajila yaala fayyaa bilisaa kennuu eegale