Hospitaalli Galaan akka Baha Afriikaattti kan Jalqabaa jedhame yeroo dhiyootti tajaajilaaf banaa taha – Biiroo Fayyaa Finfinnee

AMN PLUS - Guraandhala 04/2018 Karoora Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee magaalattii wiirtuu tuurizimii fayyaa taasisuuf qabatee hojjechaa jiru keessaa inni ijoon sadarkaa buufataalee tajaajila fayyaa duraan turan fooyyessuu dabalatee Hospitaalota ulaagaa…

Continue ReadingHospitaalli Galaan akka Baha Afriikaattti kan Jalqabaa jedhame yeroo dhiyootti tajaajilaaf banaa taha – Biiroo Fayyaa Finfinnee

“Biyya alaatii dhufanii Finfinneetti yaalamuu eegalaniiru” MM Abiyyi Ahimad

AMN PLUS- Amajjii 27/2018 Finfinnee Giddugala Turizimii Fayyaa taasisuuf hojii eegalameen dijitaalaayizeeshiniin tajaajila fayyaa varchuwaalii hawaasa biraan gahuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD) himan. Ogeeyyiin fayyaa Itoophiyaa…

Continue Reading“Biyya alaatii dhufanii Finfinneetti yaalamuu eegalaniiru” MM Abiyyi Ahimad

Finfinnee fi Shaggariif gumaachi galtee wal’aansa fayyaa taasifamuu ibsame

AMN PLUS-Amajjii 23/2018 Hospitaalli Kooriyaa Finfinneetti argamu dhaabbata mit-mootummaa Biraayit Vooyis waliin ta'uun qorichoota wal'aansa namaaf oolan Magaalaa Finfinnee fi Shaggariif gumaacheera. Hoji-Gaggeessaa fi Diinii Kolleejjii Hospitaala Kooriyaa Pirofeesar Soong…

Continue ReadingFinfinnee fi Shaggariif gumaachi galtee wal’aansa fayyaa taasifamuu ibsame

Itoophiyaan Vaayirasii Maarbarg guutummaan to’atte

AMN PLUS- Amajjii 18/3018 Itoophiyaan weerara Vaayirasii Maarbarg guutummaan to'achuushee Ministeerri Fayyaa ifoomse. Sagantaan Milkiiwwan Qophaa'ummaa Balaawwan Fayyaa Hawaasaa To'achuu, Ministeera Fayyaan qophaa'e bakka Afyaa'ii Taaggasaa Caafoon argamanitti gaggeeffamaa jira.…

Continue ReadingItoophiyaan Vaayirasii Maarbarg guutummaan to’atte

Itoophiyaan dandeettii weerara tasaa to’achuuf qabdu guddifatteetti- Obbo Taaggasaa Caafoo

AMN PLUS- Amajjii 18/ 2018 Itoophiyaan vaayirasii Maarbargi to’achuu danda’uun ishee dandeettii weerara tasaa to’achuuf qabdu agarsiisa jedhan Af-Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo Taaggasaa Caafoon. Waltajjii hoggansa deebii…

Continue ReadingItoophiyaan dandeettii weerara tasaa to’achuuf qabdu guddifatteetti- Obbo Taaggasaa Caafoo

Dhaabbilee fayyaa dijitaalessuuf hojjatamaa jira- Piroofeesar Natsaannat Warqinaa

AMN PLUS- Amajjii 5/2018 Yaa'iin qulqullina fayyaa fi kalaqaa sadarkaa biyyaatti marsaa 9ffaaf sadarkaa Oromiyaatti marsaa 4ffaaf qopheessummaa naannichaatiin Magaalaa Bishooftuutti taa'amaa jira. Yaa'icha kan saaqan Deetaan Ministiraa Ministeera Fayyaa…

Continue ReadingDhaabbilee fayyaa dijitaalessuuf hojjatamaa jira- Piroofeesar Natsaannat Warqinaa

Itoophiyaatti du’a haadholiifi daa’immanii hir’isuuf tarkaanfiiwwan fudhataman bu’aa qabatamaa argamsiisaa jiru

AMN PLUS- Amajjii 1/2018 Itoophiyaatti du’a haadholiifi daa’imman kichuu hir’isuuf tarkaanfiiwwan tarsiimawaa fudhataman bu’aa qabatamaa argamsiisaa jiraachuu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaa ibsan. Dr. Maqdas “Baatii Fayyaa Haadhummaa” Amajjii…

Continue ReadingItoophiyaatti du’a haadholiifi daa’immanii hir’isuuf tarkaanfiiwwan fudhataman bu’aa qabatamaa argamsiisaa jiru

Summaa’uu oomisha ‎”Nestle” hordofee oomishnisaa Itoophiyaatti faayidaaf akka hin oolle dhorkame

‎AMN PLUS- Amajjii 1/2018 ‎Dhaabbatni nyaata daa'immanii oomishuun beekamu "Nestle", omishasaa tokko irratti rakkoon summaa'uu waan mudateef biyyoota itti raabsametti faayidaa irra akka hin oolleefi oomishni isaa gabaa irraa akka…

Continue ReadingSummaa’uu oomisha ‎”Nestle” hordofee oomishnisaa Itoophiyaatti faayidaaf akka hin oolle dhorkame

Finfinnee Giddu Gala Tuurizimii Fayyaa Taasisuuf sochii taasifamu keessatti gaheen dhuunfaa shoora bahataa jiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS- Mudde25/2018 ‎Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Hospitaala Dhuunfaa 'Habarii' eebbisuun hojii eegalchiisaniiru. ‎Kantiibaa Adaanech saganticha irratti haasaa taasisaniin, Magaalaan Finfinnee Tuurizimii Fayyaa babal'isuuf gama mootummaafi dhuunfaatiin hojiiwwan…

Continue ReadingFinfinnee Giddu Gala Tuurizimii Fayyaa Taasisuuf sochii taasifamu keessatti gaheen dhuunfaa shoora bahataa jiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Ministeerri Fayyaa Dirooniin deeggaramuun talaallii Maarbarg raabsuu eegale

‎AMN PLUS- Mudde 19/2018 ‎Ministeerri Fayyaa iddoowwan sodaan vaayirasii Maarbarg jirutti dirooniin deeggaramuun qorichaa fi talaallii raabsuu eegaluu beeksise. ‎Ministeerichi Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo waliin ta'uun Naannoo Kibbaa Itoophiyaa, Aanaa Daassanechitti…

Continue ReadingMinisteerri Fayyaa Dirooniin deeggaramuun talaallii Maarbarg raabsuu eegale