Ministeerri Fayyaa fi Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Itoophiyaa ‘Mpox’ ilaalchisuun ibsa kennan
AMN PLUS Caamsaa 17/2017 Ministeerri Fayyaa fi Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Itoophiyaa ‘Mpox’ ilaalchisuun ibsa kennaniiru. Ibsi dhaabbileen kunneen kennan akka armaan gadiitti dhihaateera.
Talaalliin Ittisa dhibee Gifiraa qindaa’aan magaalaa Finfinneetti ni kennama
AMN PLUS - Caamsaa 16/ 2017 Duulli talaallii Ittisa dhibee Gifiraa qindaa'aan Magaalaa Finfinneetti Caamsaa 18 - 27, 2017'tti akka kennamu Biiroon Fayyaa Magaalaa Finfinnee beeksise. Hoogganaan Biiroo Fayyaa Magaalaa…
Magaalaa Finfinneetti kenniinsa tajaajila fayyaa ammayyeessuuf hojjetamaa Jiraachuun himame
AMN PLUS - Caamsaa 12/ 2017 Mariin ogeessota fayyaa hirmaachise kutaa Magaalaa Addis Katamaatti ta’aamaa jira. Maricha karaa sur sagalee kan eegalchiisan Hoogganaan Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinnee Dr. Yohaannis Caalaa…
Jijjiiramaan booda damee fayyaatiif xiyyeeffannoo olaanaa kennameen bu’aaleen jajjabeessaan argamuu Hogganaan Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinnee Dr. Yohaannis Caalaa ibsan
AMN PLUS Caamsaa 12/2017 Mariin Ogeessota Fayyaa Kutaa Magaalaa Eekkaa keessaa walitti babahan hirmaachise mata duree "Fayyaa Waaraa Badhaadhina Biyyaaf" jedhuun ta’aamaa jira. Waltajjii marii kanarratti barreeffamni ka'umsa marii qormaata…
Ogeeyyiin waldhaansaa fi hojjettoonni Hoospitaala walii galaa Ciroo dhiiga arjooman
AMN PLUS Caamsaa 06/2017 Ogeeyyiin waldhaansaa fi hojjettoonni Hoospitaala walii galaa Ciroo dhiiga arjooman. Tajaajila ogummaa kennaniin ala dhiiga arjoomuun lubbuu baraaruuf qoodasaanii akka bahan mirkaneessaniiru. Daarektarri Meedikaalaa Hoospitaala waliigalaa…
Ogeeyyiin fayyaa ogummaasaaniin hawaasa tajaajiluun cinaatti dhiiga arjoomaa jiru
AMN PLUS Caamsaa 04/2017 Ogeeyyiin fayyaa Hospitaala Dil Corraa Dirree Dhawaa hawaasaaf tajaajila fayyaa kennuun cinaatti lubbuu du’arraa baraaruuf har’a dhiiga arjoomaniiru. Hospitaalichatti argamuun kanneen dhiiga arjooman ogeeyyiiwwan fayyaa dhaabbilee…
Itoophiyaa fi Raashiyaan tumsa fayyaa irratti waliin qaban cimsuuf waliigaltee mallatteessan
AMN PLUS- Ebla 16/2017 Itoophiyaa fi Raashiyaan tumsa fayyaa irratti waliin qaban cimsuuf waliigaltee mallatteessaniiru. Waliigalticha Ministira Fayyaa Maqdas Dhaabaa (Dr.) fi Itti Gaafatamaa Mirga fayyadamtootaa fi Tajaajila Hordoffii Nageenya…
- Go to the previous page
- 1
- …
- 3
- 4
- 5
- 6