Zeleniskiifi Puutin Budaapestitti wal arguuf jiru jedhame

AMN PLUS- Hagayya 13/2017 Pireezidaantiin Yuukireen Volodmiir Zeleniskii, gita isaanii Raashiyaa, Vilaadmir Puutin wajjin Hangaarii Budaapestitti wal arganii akka mari’achuu danda’an gabaasaleen agarsiisaa jiru. Zeleniskiin marii kaleessa Tiraamp waliin Waayit…

Continue ReadingZeleniskiifi Puutin Budaapestitti wal arguuf jiru jedhame

Yuukireenitti nagaan deebi’uu mala- Tiraamp

‎AMN PLUS - Hagayya 13/2017 ‎Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp Yuukireen carraa nagaa waaressuu qabdi jechuun dubbatan. ‎Erga Pireezidaantii Yuukireen Volodmiir Zeleniskii wajjin kaleessa halkan Waayit Haawusitti mari'atanii booda Yuukireenitti  abdii…

Continue ReadingYuukireenitti nagaan deebi’uu mala- Tiraamp

Tiraamp Zeleniskiif filmaatilee rakkisoo ta’an dhiyeessuu malu jedhame

‎AMN PLUS- Hagayya 12/2017 Waraanni dachee Yuukreen irraa akka dhaabbatuuf biyyattiin bulchiinsotashee muraasa Raashiyaaf kennuufi abjuu NATOtti makamuu dhaabuu qabdi jechuun D. Tiraamp himuun dhagahame. ‎Pireezidaantiin Yuukireen Volodyirmiir Zeleniskiin har'a…

Continue ReadingTiraamp Zeleniskiif filmaatilee rakkisoo ta’an dhiyeessuu malu jedhame

Yuukireen miseensa ‘NATO’ hin taatu- Tiraamp

‎AMN PLUS- Hagayya 12/2017 ‎Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp wayita gita isaanii Yuukireen Volodimir Zelesinkii simachuuf qophaa'an jiranitti Yuukireen Miseensa Waadaa Waraanaa Kaabaa Atilaantikii (NATO) hin taatu jedhan. ‎"Tiraamp, Pireezidaantiin Yuukireen…

Continue ReadingYuukireen miseensa ‘NATO’ hin taatu- Tiraamp

Dhiibbaa pilaastiikaa ittisuuf mariin adeemsifamaa ture waliigaltee malee xumurame

‎AMN PLUS -Hagayya 9/2017 ‎Jenevaatti mariin dhiibbaa pilaastiskaa hir'isuu irratti xiyyeeffatee guyyaa 10'f adeemsifamaa ture waliigaltee tokko malee xumurameera. ‎Bara Faranjootaa 2022tti Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Sagantaa Eegumsa Naannoo jalatti Senegaal…

Continue ReadingDhiibbaa pilaastiikaa ittisuuf mariin adeemsifamaa ture waliigaltee malee xumurame

Puutiinii fi Zalaniskiin gara nagaatti ni dhufu amantaa jedhun qaba – Tiraamp

‎AMN PLUS - Hagayya 09/2017 ‎Pireezidaantiin Ameeriikaa Doonaald Tiraamp, gita isaanii Raashiyaa Vilaadimiir Puutiin waliin mariin taasisan waraana Yuukireen ni dhaabsisna jedhanii abdachuu isaanii ibsanii jiru. Tiraamp har'a Puutiin waliin…

Continue ReadingPuutiinii fi Zalaniskiin gara nagaatti ni dhufu amantaa jedhun qaba – Tiraamp