Hirooshimaan boombii atoomikaan erga haleelamte yaadannoon waggaa 80ffaa taasifame

‎AMN PLUS- Adoolessa 30/2017 ‎Ameerikaan boombii atoomikaatiin Jaappaan magaalaa Hirooshimaa erga haleeltee waggaa 80 guuteera. ‎Haleellaan kun Bara 1945 ALAtti, baatii Hagayyaa keessa kan raawwatame tahuu ni yaadatama. ‎Wggaan 80'ffaa…

Continue ReadingHirooshimaan boombii atoomikaan erga haleelamte yaadannoon waggaa 80ffaa taasifame

Ameerikaan bara 2030’tti addesssarratti gabbisa Niwukilara eegaluuf jedhame

AMN PLUS- Adoolessa 30/2017 Dhabbanni qorannoo hawaa biyyaalessaa Ameerikaa NASA'n ALA bara 2030tti addeessarratti gabbisa Niwukilara eegaluuf qophii barbaachisu taasisuu ibseera. Wal morkii dinagdee,Waraanaafi qorannoo hawaa keessaa kan jiran Ameerikaa,…

Continue ReadingAmeerikaan bara 2030’tti addesssarratti gabbisa Niwukilara eegaluuf jedhame

Ardiin Eshiyaa ho’a olaanaafi rooba cimaadhan qoramaa jirti ‎

‎ AMN PLUS- Adooleessa, 29/2017 ‎Haalli jijjiirama qilleensaa Addunyaa irratti mul'ataa kan jiru biyyoota Eshiyaatti ammo bifa garaagaraatiin jijjirama jira. ‎Ardiin Eshiyaa ho’a olaanaafi rooba guddaadhan qoramaa jirtii. ‎Jaappaanittis haala…

Continue ReadingArdiin Eshiyaa ho’a olaanaafi rooba cimaadhan qoramaa jirti ‎

Sirni daldalaa biyyoota ulaa galaanaa hin qabne daangessu fooyya’uu akka qabu Antooniyoo Guutareez ibsan

‎ AMN PLUS- Adooleessa, 29/2017 ‎Sirni daldalaa hirmaannaa biyyoota ulaa galaanaa hin qabne daangessu fooyya'uu akka qabu Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez ibsan. ‎Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii yaa'ii biyyoota…

Continue ReadingSirni daldalaa biyyoota ulaa galaanaa hin qabne daangessu fooyya’uu akka qabu Antooniyoo Guutareez ibsan

Qondaaltonni Israa’el Duraanii dhibbaan lakkaa’aman Tiraamp waraana Gaazaa akka dhaabsisan gaafatan.

‎AMN PLUS- Adoolessa 29/2017 ‎Qondaaltonni Israa’el duraanii dhibbaan lakkaa’aman Tiraamp waraana Gaazaa akka dhaabsisan waamicha dhiyeesaaniiru. ‎Hoggantoota dhaabbilee nageenyaa Israa’el duraanii dabalatee gareen qondaaltota nageenyaa soorama bahan 600 ta’an, Pirezidaantii…

Continue ReadingQondaaltonni Israa’el Duraanii dhibbaan lakkaa’aman Tiraamp waraana Gaazaa akka dhaabsisan gaafatan.

Yamanitti bidiruun qarqara galaanaatti dhidhimte lubbuu godaantoota 68 ol galaafatte

AMN PLUS- Adoolessa 28/2017 Bidiruun godaantoota 157 fe’attee imalaa turte Yaman qarqara galaanaatti qilleensa hamaa ishee mudateen dhidhimtee lubbuu namoota 68 olii galaaffatte. Bidiruun kun Kibba Yaman iddoo Abiyaan jedhamutti…

Continue ReadingYamanitti bidiruun qarqara galaanaatti dhidhimte lubbuu godaantoota 68 ol galaafatte

Barreessituu Itti aantuun Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii Amiinaa Mohaammad Finfinnee dhufan

AMN PLUS- Adoolessa 20, 2017 Barreessituu Itti aantuun Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii Amiinaa Mohaammad yaa'ii Sirna Nyaataa UN 2ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee dhufan. Aadde Amiinaan Finfinnee Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee…

Continue ReadingBarreessituu Itti aantuun Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii Amiinaa Mohaammad Finfinnee dhufan

Filannoo 3ffaa Baarseloonaa kan ture Raashfoordi akkamiin gara 1ffaatti dhufe?

AMN PLUS, Adoolessa 18/2017 Mul’atni Doktara kabajaa Maarkas Raashfoordi kilaba keessatti waa mara arge kilaba guddicha warra Ingilaandi Maanchistar Yuunaayitidiif taphachuu qofa ture. Jalqabaa qabee miira injifannoo kilabichaa keessatti kan…

Continue ReadingFilannoo 3ffaa Baarseloonaa kan ture Raashfoordi akkamiin gara 1ffaatti dhufe?

Aleeksaandar Asaak Niwkaastilii bahuuf fedhii qabaachuun hordofee liivarpuul ammuma irraa sochii eegale

AMN PLUS-Adoolessa 17/2017 Aleeksaandar Asaak Niwkaastilii bahuuf fedhii qabaachuu hordofee liivarpuul ammuma irraa taphataa kana fudhachuuf sochii eegaluu the sun gabaase. Amma dura gatii jijjiirraa paawondii mil.130 Niwukastiliif kan dhiyeesse…

Continue ReadingAleeksaandar Asaak Niwkaastilii bahuuf fedhii qabaachuun hordofee liivarpuul ammuma irraa sochii eegale