Itoophiyaan Miseensa Mana Maree Nageenyaa fi Tasgabbii Gamtaa Afrikaa ta’uun filatamte
AMN PLUS- Guraandhala 5, 2017 Itoophiyaan Miseensa Mana Maree Nageenyaa fi Tasgabbii Gamtaa Afrikaa ta’uun filatamuu Ministeerri Dhimma Alaa ibse.
AMN PLUS- Guraandhala 5, 2017 Itoophiyaan Miseensa Mana Maree Nageenyaa fi Tasgabbii Gamtaa Afrikaa ta’uun filatamuu Ministeerri Dhimma Alaa ibse.
AMN PLUS- Guraandhala 05, 2017 Taphataan sarara fuulduraa kilaba Kaaba Landan Arsenaal Kaayi Haavertiiz wayitii shaakalaa miidhama qaamaa cimaa keessummeessuun gabaafame. Kaayi Havertis miidhama maashaa isaarra gaheen, bara dorgoommii baranaan…
AMN PLUS- Guraandhala 05, 2017 Afrikaa badhaateefi dhaloota dhufuuf mijattuu taate ijaaruuf dureewwan Afriikaa waloon dhaabbachuun akka barbaachisu Ministirri Dhimma Alaa FDRI Doktar Geediyoon Ximootiwoos himan. Yaa'iin Koree Hoji Raawwachiiftuu…
AMN PLUS- Guraandhala 05, 2017 Afrikaan dhageettii addunyaarratti qabdu dabaluuf carraa jiru hundumaatti dhimma bahuu qabdi jedhan Koomishinarri Koomishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat. Yaa'iin Koree Hoji Raawwachiiftuu Gamtaa Afriikaa…
AMN PLUS- Guraandhala 01/2017 Darbii Maadiriidiin galgala geggeeffameen Riyaal Maadirid Beernaaboo irratti Atilileetikoo Maadiriid keessummeessuun 1-1 qixa bahe. Daqiiqaa 35ffaa irratti peenaaliitii Atileetikoof kenname Alvaareez gara gooliitti jijjiiruun boqonnaaf bahan.…
Bakka Bu’aa Paartii Jibuutii ’Djibouti Peoples Rally For Progress’ Bakka seenaa qabeessa Yaadannoo Ijifannoo Adawwaa fi mallattoo mo’ichaa irratti argmuun haasa’aa taasuu isaaniitiin gammachuu guddaan akka isaanitti dhagahame eeraniiru…
AMN PLUS- Amajjii 22/2017 Ministeerri Dhimma Alaa FDRI balaa xiyyaaraa Amerikaatti mudateen du'aatii lammiileerra gaheen gaaddi guddaan itti dhagahamuu ibse. Xiyyaarri imaltoota 64 baate fi helikooptarri waraanaa loltoota 3 feete…
AMN PLUS- Amajjii 22/2017 Leenjisaan Baayern Muunik duranii Niko Kovaach Leenjisaa haaraa Borushiyaa Doortimand ta'uun mudamaan. Leenjisaa Manchister Yunaayitid duraanii Erik Teenhag dabalatee leenjiftoonni hedduun Leenjisaa haara Borishiya Dortimand ni…
AMN PLUS Amajji 22, 2017 Jilli Paartii Tarkiyyee 'AK' Yaa'ii Paartii Badhaadhinaa marsaa lammaffaa irratti hirmaachuuf Magaalaa Finfinnee gale. Jilli kun Dura taa'aa Itti aanaa Paartii Tarkiyyee AK Zaafer Sirakaayaa,…
AMN PLUS Amajji 22, 2017 Jilli Paartii Morookoo 'National Rally of Independent o Morocco' Yaa'ii Paartii Badhaadhinaa marsaa lammaffaa irratti hirmaachuuf Magaalaa Finfinnee gale. Jila kana kan dursan Ministira Qonna…