Israa’eliifi ‎Paalastaayin wixinee dhukaasa dhaabuu Tiraampiin dhiyaate simatan

‎AMN PLUS- Fulbaana 20/2018 Israa'el, ‎Paalastaayiniifi anga'ootni addunyaa wixinee dhukaasa dhaabuu Pirezidaantiin Amerikaa Doonaald Tiraampiin dhiyaate simachuu isaanii beeksisan. Ministirri Muummee Israa'el Beenjaamin Neetaaniyaahuu Waashingtan DC'tti argamanii Tiraamp waliin erga…

Continue ReadingIsraa’eliifi ‎Paalastaayin wixinee dhukaasa dhaabuu Tiraampiin dhiyaate simatan

Pirezidaantiin Faransaay duraanii Saarkooziin shira xaxuun himatamann

‎AMN PLUS- Fulbaana 15/2018 ‎Pirezidaantiin Faransaay duraanii Nikoolaas Saarkooziifi haati warraa isaanii shira xaxuun himatamaniiru. ‎Saarkooziin haadha warraa isaanii Kaarlaa Biruundii Saarkoozii waliin sababaan itti himataman filannoo bara 2007f mallaqa…

Continue ReadingPirezidaantiin Faransaay duraanii Saarkooziin shira xaxuun himatamann

Iraan Meeshaalee Waraanaa Niwukilaraa hin barbaadduu- Masooyudi Pezekiyaan

AMN PLUS- Fulbaana 15/2018 Pirezdaantiin Iraan Masooyudi Pezekiyaan biyyi isaanii Meeshaalee Waraanaa Niwukilara hidhachuuf yaaltee hin beektu, fuuldurattis hin barbaaddu jedhan. Pirezidaant Masooyud Kora Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Ameerikaa Niiwuyoorkitti gaggeeffamaa…

Continue ReadingIraan Meeshaalee Waraanaa Niwukilaraa hin barbaadduu- Masooyudi Pezekiyaan

Obomboleettii Ragaasaan lubbuun namoota 17 darbee, miliyoonotni buqqa’an

‎AMN PLUS- Fulbaana 14/2018 ‎Obomboleettiin rooba cimaa makate Ragaasaa jedhamu kun Taayiwaanitti namoota 17 ajjeesuun gara Chaayinaatti kan darbe yommuu ta'u hanga ammaatti namoota Miliyoona Lamatti dhiyaatan qe'ee isaanii irraa…

Continue ReadingObomboleettii Ragaasaan lubbuun namoota 17 darbee, miliyoonotni buqqa’an

Oladeemaa gommaa xiyyaara jala dhokatee Afgaanistaanii haga Hinditti imale

AMN PLUS - Fulbaana 13/2018 Oladeemaan lammii Afgaanistaan Ganna 13 bakka gommaan xiyyaara taa'u jala dhokatee Afgaanistaanii haga Hinditti imale xiyyaaruma saniin gara biyyasaa deebifame. Imala sodaachisaa kana Magaala Kaabuul…

Continue ReadingOladeemaa gommaa xiyyaara jala dhokatee Afgaanistaanii haga Hinditti imale

Furmaatni Biyya Walabaa Lama hundeessuu “Two State Solution” rakkoo Israa’eliifi Paalastaayin gidduu akkamiin furuu danda’a?

AMN PLUS- Fulbaana 12/2018 Rakkoo Israa'eliifi Paalastaayin waggoota 75 oliif deemaa jiruuf falli barbaadamaa ture bu'aa fiduu dhabuu isaan sodaan duguuggaa sanyii uummata Paalaastiin irratti aggaamamee jiraachuu himama. Murtoowwan dhukaasa…

Continue ReadingFurmaatni Biyya Walabaa Lama hundeessuu “Two State Solution” rakkoo Israa’eliifi Paalastaayin gidduu akkamiin furuu danda’a?

“Nama abbaa warraakoo ajjeeseef dhiifama godheera” Eriikaa Karki

‎AMN PLUS- Fulbaana12/2018 ‎Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi, Chaarlii Karki "Ameerikaaf goota guddaa" ta'uu dubbatan. Sirni yaadannoo kabajaa Karki bakka bulchiinsa Arizoonaatti bakka Pirezidaantiin Ameriikaa Doonaald Traampi fi namoonni kumaatamaan lakkaa'aman…

Continue Reading“Nama abbaa warraakoo ajjeeseef dhiifama godheera” Eriikaa Karki

UK, Kanaadaa fi Awustraaliyaan Paalastiiniif beekamtii biyyummaa kennan

AMN PLUS- Fulbaana 11/2018 Mootummoonni Kanaadaa, UK fi Awustraaliyaa mootummaa haleellaa Israa'el jala jiru Paalastiiniif beekamtii biyyummaa kennan. Murtoon biyyoota kanneeniis, furmaata biyyoota walabaa lama gidduutti barbaadamu deeggaruuf ta'uu himameera.…

Continue ReadingUK, Kanaadaa fi Awustraaliyaan Paalastiiniif beekamtii biyyummaa kennan