Atileet Hagoos Gabrahiwoot fi Atileet Biqilee Anbasseen dorgommii fiigicha daandiirraa KM 10 injifatan

‎AMN PLUS- Amajjii 17/2018 ‎Dorgommii fiigicha daandiirraa kiiloomeetira 10 guyyaa har’a magaalaa Hawaasaatti taasifameen dhiirotaan Atileet Hagoos Gabrahiwoot dorgommicha daqiiqaa 28 fi sekondii 2 fi maayikiroo sekondii 94’tti galuun 1ffaa…

Continue ReadingAtileet Hagoos Gabrahiwoot fi Atileet Biqilee Anbasseen dorgommii fiigicha daandiirraa KM 10 injifatan

Jila Atileetiksii Itoophiyaa Shaampiyoonaa Qaxxaamura Addunyaa irratti 2ffaa ba’eef simannaan taasifame

AMN PLUS- Amajjii 5/2018 Jila Atileetiksii Itoophiyaa Shaampiyoonaa Qaxxaamura Addunyaa 2ffaa ba’eef simannaan ho'aan taasifame. Sirna simannaa kana irratti Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii Aadde Shawwit Shaankaa akkasumas Deetaan Ministira…

Continue ReadingJila Atileetiksii Itoophiyaa Shaampiyoonaa Qaxxaamura Addunyaa irratti 2ffaa ba’eef simannaan taasifame

Garee biyyaalessaa jabaa qabaachuuf dursa Akkaadaamii irratti hojjetamuu qaba- Doktar Ashabbir

AMN PLUS- Mudde 15/2018 Itoophiyaa Olompikii Guddattootaa 5ffaaf ammuma irraa qophii taasisuu akka qabdu Pirezidaantiin Koree Olompikii Itoophiyaa Doktar Ashabbir W/Goorgis himan. Koreen Olompikii Itoophiyaa Tapha Olompikii Guddattootaa Afrikaa 4ffaa…

Continue ReadingGaree biyyaalessaa jabaa qabaachuuf dursa Akkaadaamii irratti hojjetamuu qaba- Doktar Ashabbir

Milkaa’inni keenya akkuma qophii keenyaati – Dooktar Ashabbir W/Goorgis

‎AMN PLUS- Mudde 13/2018 ‎Pirezidaantiin Koree Olompikii Itoophiyaa Dooktar Ashabbir W/Goorgis Gareen Biyyaalessaa Itoophiyaa U-17 Gadii Angoolaa Magaalaa Luwaandaatti turtiin taasisan akkuma qophii gaarii taasisan milkaa'aa ta'uu ibsan. Medaaliyaa 33…

Continue ReadingMilkaa’inni keenya akkuma qophii keenyaati – Dooktar Ashabbir W/Goorgis

Itoophiyaan Olompiika Dargaggoota Afriikaa akka qopheessituuf filamte

AMN PLUS – Mudde 7/2018 Itoophiyaan Taphoota Olompiika Dargaggoota Afriikaa 5ffaa akka qopheessituuf filamuu Ministeerri Aadaafi Ispoortii beeksise. Mootummaan Itoophiyaafi Koreen Olompiika Itoophiyaa gaaffii dorgommicha qopheessuuf Koree Hoji Raawwachiistu ANOCAtiin…

Continue ReadingItoophiyaan Olompiika Dargaggoota Afriikaa akka qopheessituuf filamte

‎Mariin guddina atileetiksii irratti xiyyeeffate adeemsifamaa jira

‎AMN PLUS- Sadaasa 28/2018 ‎Sagalee dhalootaa kan ta’e Addis Miidiyaa Neetiwork marii kallattii kutaalee 19 qabu atileetota, leenjistoota, fi qooda fudhattoota hirmaachise adeemsisaa jira. ‎Kufaatii gama atileetiksiin waggoota muraasaa as…

Continue Reading‎Mariin guddina atileetiksii irratti xiyyeeffate adeemsifamaa jira

Geetaanah Mollaa dorgommii Idil Addunyaa Daandiirraa Bishooftuutti taasifame injifate

‎AMN PLUS- Sadaasa 21/2018 ‎Kabaja Waggaa 90ffaa Humna Qilleensaa Itoophiyaa sababeeffachuun dorgommii Idil Addunyaa Daandiirraa KM 10 ‎ Bishooftuutti adeemsifame irratti Geetaanah Mollaa 1ffaa ba'uun injifateera. ‎Miseensa garee Ispoortii Machaal…

Continue ReadingGeetaanah Mollaa dorgommii Idil Addunyaa Daandiirraa Bishooftuutti taasifame injifate

Atileetoonni fiigicha guddaa daandirraa Magaalaa Bishooftuutti adeemsifame injifatan badhaafaman

‎AMN PLUS-Sadaasa 21/2018 ‎Atileetoonni fiigicha guddicha daandiirraa Kiiloo Meetira 10 har'a Magaalaa Bishooftuutti fiigame injifatan badhaafaman. ‎Atileet Biqilee Ambassaa fi Geetaanee Mollaan tokkoon isaanii Meedaaliyaa Warqeefi Birrii kuma 500 badhaafamaniiru.…

Continue ReadingAtileetoonni fiigicha guddaa daandirraa Magaalaa Bishooftuutti adeemsifame injifatan badhaafaman

Dorgommii jaallatamaafi hawwii guddaan eegamu Fiigichi Guddicha Itoophiyaa haala ho’aan gaggeeffameera- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Sadaasa 14/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Fiigichi Guddichi Itoophiyaa sadarkaa idil-addunyaatti akka guddatuuf ni hojjenna jedhan. Aadde Adaanech Abeebeen ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, fiigicha…

Continue ReadingDorgommii jaallatamaafi hawwii guddaan eegamu Fiigichi Guddicha Itoophiyaa haala ho’aan gaggeeffameera- Kantiibaa Adaanech Abeebee