Fireewayinii Haayiluu meedaaliyaan ala taate
AMN PLUS- Fulbaana 06/2018 Dorgommii Meetira 1,500 irratti kan hirmaatte Fireewayinii Haayiluu, 6ffaa ta'uudhaan xumurte. Dorgommii kana irratti qofaa ishee Itoophiyaa bakka kan buute Atileetiin kun medaaliyaa argamsiisuu hin dandeenye.…