Morkii hawwataa Maanchistar Siitiin Riyaal Maadirid itti keessummeessu

AMN PLUS- Gurraandhala 4, 2017 Taphni moo'anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har'a eegala. Morkii kanaan Shaampiyoonaan yeroo 15 Riyaal Maadirid Miidhama taphattootaan goolamaa Itaad irratti Maanchistar Siitin morkata. Morkii Foormaatii…

Continue ReadingMorkii hawwataa Maanchistar Siitiin Riyaal Maadirid itti keessummeessu

Niko Kovaach Leenjisaa Borushiyaa Doortimand ta’uun mudamaan

AMN PLUS- Amajjii 22/2017 Leenjisaan Baayern Muunik duranii Niko Kovaach Leenjisaa haaraa Borushiyaa Doortimand ta'uun mudamaan. Leenjisaa Manchister Yunaayitid duraanii Erik Teenhag dabalatee leenjiftoonni hedduun Leenjisaa haara Borishiya Dortimand ni…

Continue ReadingNiko Kovaach Leenjisaa Borushiyaa Doortimand ta’uun mudamaan

Shaampiyoons Liigii Awurooppaan Kilaboonni Ingilaand 3 kallattumaan morkii itti aanutti darban

AMN PLUS- Amajjii 22, 217 Morkiin Shaampiyoonsiliigii Awurooppaa marsaa duraan kilaboonni Ingilaand 3 kallattumaan marsaa itti aanutti darban. Qabxii 21 walitti qabachuun sadarkaa 1 ffaan kan goolabe Liivarpuul dabalatee Astonviilaa…

Continue ReadingShaampiyoons Liigii Awurooppaan Kilaboonni Ingilaand 3 kallattumaan morkii itti aanutti darban

Dorgimmiin Qaxxaamura biyyaa Jaanmeedaa Amajjii 25 gaggeeffama

AMN PLUS-Amajjii 20/2017 Federeeshiniin Atileetiksii Itoophiyaa Dorgommii Qaxxaamura biyyaa Jaanmeedaa 42 ffaan Amajjii 25 gaggeeffama. Federeeshiniichi qoohii haalduree dorgommii kanaaf barbaachisu xumuruu ibseera. Federeeshinichi haalduree dorgommii kanaa ilaalchisee Kamisa sa'aati…

Continue ReadingDorgimmiin Qaxxaamura biyyaa Jaanmeedaa Amajjii 25 gaggeeffama