Tapha Arseenaal vs Baayermuunik hiika baay’ee qabu
AMN PLUS-Sadaasa 17/2018 Barri wal dorgommii 2025/26 kilaboota lameen Arseenaaliifi Baayermuunikiif fuula kenneera. Lamaanuu taphoota Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaa hanga ammaatti taasisan injifannoon bahuun cimina isaanii bara kanaa keessatti eerama. Sanu…