Magaalaa Dambi Doollootti sosochiin ispoortii qaamolee hawaasa garagaraa hirmaachise taasifame
AMN PLUS – Ebla 07/2017 Godina Qellem Wallaggaa Magaalaa Dambi Doollootti guyyaa Ispoortiin Misoomaafi Nageenyaa biyyaalessaa 5ffaa sababeeffachuun sosochiin ispoortii qaamolee hawaasa garagaraa hirmaachise adeemsifameera. Saganticharratti Ministir Deetaa Ministeera Aadaafi…