Mootummaan bara 2018tti guddina diinagdee dhibbantaa 9 galmeessisuuf karoorfateera

AMN PLUS- Fulbaana 26/2018 Mootummaan Itoophiyaa bara bajata 2018tti guddina diinagdee dhibbantaa 9 galmeessisuuf karoorfachuu Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen himan. ‎Manni Maree Federeeshinii fi Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Itoophiyaa…

Continue ReadingMootummaan bara 2018tti guddina diinagdee dhibbantaa 9 galmeessisuuf karoorfateera

Haadholii Siinqeefi Abbootii Gadaa- Arsii Lixaafi Shaashamanneerraa

AMN PLUS- Fulbaana 23/2018 ‎Haadholii Siinqeefi Abbootii Gadaa Godina Arsii Lixaafi Magaalaa Shaashamannee Irraa Irreecha Hora Finfinneetti Guyyaa boruu Irreeffachuuf Dhufanif Hawaasni Kutaa Magaalaa Lammii Kuraa simannaa taasisaniif. ‎Haadhiliin Siinqeefi…

Continue ReadingHaadholii Siinqeefi Abbootii Gadaa- Arsii Lixaafi Shaashamanneerraa

Irreechi Hambaa Itoophiyaan Addunyaaf gumaachite isa guddaadha jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa

AMN PLUS- Fulbaana 23/ 2018 Tajaajilli Kominikeeshiniin Mootummaa Ayyaana Irreechaa bara 2018 sababeeffachuun ergaa baga geeessanii dabarseera. Irreechi Hambaa Itoophiyaan Addunyaaf gumaachite isa guddaadha jedhe ergaa isaan. Itoophiyaaan hambaalee kiliyaafi…

Continue ReadingIrreechi Hambaa Itoophiyaan Addunyaaf gumaachite isa guddaadha jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa

Manneen marii lamaan Yaa’ii isaanii 6ffaa bara hojii 5ffaa Wiixata dhufu adeemsisu

‎AMN PLUS - Fulbaana 23/2018 ‎Manni Maree Federeeshinii fi Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa 6ffaan bara hojii 5ffaa sirna baniinsa isaanii Wiixata dhufu Fulbaana 26/2018 ni adeemsisu. ‎Akkaataa Heera Mootummaa…

Continue ReadingManneen marii lamaan Yaa’ii isaanii 6ffaa bara hojii 5ffaa Wiixata dhufu adeemsisu

Mootummaan waadaa gochaan ibsuun imala Olka’iinsa Itoophiyaa milkeessaa jira – TKM

AMN Plus - Fulbaana 23/2018 Mootummaan waadaa gochaan ibsuun Olka’iinsa Itoophiyaa milkeessaa jira jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa. Ergaan Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa akka itti aanutti dhiyaateera. Mootummaan waadaa gochaan ibsuun imala…

Continue ReadingMootummaan waadaa gochaan ibsuun imala Olka’iinsa Itoophiyaa milkeessaa jira – TKM

MM Abiyyi Ahimad Warshaa Boba’aa Qulqulleessuufi Warshaa Xaa’oof dhagaa bu’uuraa kaa’an

AMN Plus- Fulbaana 22/2018 Har’a taatee seenaa Itoophiyaanota hunda boonsu raawwanneerra jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Dooktar Abiyyi Ahimad ijaarsa warshaa xaa’oo Yuuriyaa fi warshaa boba’aa calaluuf dhagaa…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Warshaa Boba’aa Qulqulleessuufi Warshaa Xaa’oof dhagaa bu’uuraa kaa’an

‎Itoophiyaan hojii misooma magaalaan Afrikaaf fakkeenya taateetti- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Fulbaana 22 /2018 ‎Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) wayita Naannoo Somaalee Jigjigaatti hojiiwwan misoomaa daawwatanitti, Itoophiyaan hojii misooma ashaaraa magariisaan hojjatteen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii irraa beekamtii akka…

Continue Reading‎Itoophiyaan hojii misooma magaalaan Afrikaaf fakkeenya taateetti- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

MM Abiyyi Ahimad (PhD) hojiilee misoomaa garagaraa daawwachuuf Jigjigaa dhaqan

AMN Plus - Fulbaana 21/2018 Ministirri muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) fi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon hojiiwwan misoomaa Naannoo Somaalee daawwachuuf Magaalaa Jigjigaa seenaniiru. Daawwannaa kana irratti hirmaachuuf Ministirri Muummee…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (PhD) hojiilee misoomaa garagaraa daawwachuuf Jigjigaa dhaqan

Qonni Kilaastaraa midhaan Dibataa bara Oomishaa kanatti guddateera- Ministeera Qonnaa

‎AMN PLUS- Fulbaana 21/2018 ‎Oomishtummaa midhaan dibataa fi dheedhiif xiyyeeffannoon hojjetamaa akka jiru ministeerri qonnaa beeksise. ‎Ministeerichatti Hoogganaan Deeskii Misooma Midhaan Dibataa fi Oomishaan Boodaa Obbo Fissahaa Tolasaa qonnaan bultoota…

Continue ReadingQonni Kilaastaraa midhaan Dibataa bara Oomishaa kanatti guddateera- Ministeera Qonnaa