Itoophiyaa fi Ugaandaan Godaantota waliin dhokatanii kanneen yakka raawwatan waloon ittisuuf waliigalan
AMN- Mudde 5/2017 Itoophiyaa fi Ugaandaan Godaantota waliin dhokatanii kanneen yakka raawwatan waloon ittisuuf waliigalteerraa ga’uun ibsame. Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan, Jila Itaamaajoor Shuumii…