Godina Shawaa Bahaati mannen barnoota 678 keessatti sagantaan nyaata barattootaa adeemsifamaa jira
AMN PLUS- Bitootessa 1/2017 Godina Shawaa Bahaati mannen barnoota 678 keessatti sagantaan nyaata barattootaa barattoota kuma 245 ol fayyadamoo taasisuu isaa Waajjirri Barnootaa Godinichaa beeksiseera. Itti gaafatamaan Waajjirra Barnoota Godina…