Atileet Gudaaf Tsaggayii fi Dirribee Waltajjii dorgommii xumuraaf darban
AMN PLUS- Bitootessa 12/2017 Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa mana keessaa Chaayinaa Naanjiingitti dorgomamaa jiruun Atileet Gudaaf Tsaggayii fi Dirribee Waltajjii falmii walakkaa xumuraaf darbaniiru. Ramaddii 1ffaa keessaa Atileet Gudaaf Tsaggaayi…