Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Barreessaa Olaanaa IGAD waliin mari’atan

AMN PLUS- Guraandhala 7, 2017 Ministirri Miisteera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Misooma Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) Dooktar Warqinaa Gabayyoo waliin mari’ataniiru. Marii isaaniin galmoonni tarsiimawoon IGAD,…

Continue ReadingDooktar Geediyoon Ximootiwoos Barreessaa Olaanaa IGAD waliin mari’atan

Kantiibaa Adaanech Abeebeen Ministirri Muummee Baarbaadoos Miyaa Moteellii Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwachiisan

AMN PLUS- Guraandhala 6, 2017 Ministirri Muummee Baarbaadoos har'a Finfinnee dhufan Miiyaa Mootaliin Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwachuun Abaaboo yaadannoo kaa'aaniiru. Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Miiyaa Mootaliin simachuun Yaadannoo…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen Ministirri Muummee Baarbaadoos Miyaa Moteellii Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwachiisan

Hawaasaatti Riizoortii Birrii biiliyoona 2.6 ijaaramuuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame

AMN PLUS- Guraandhala 6, 2017 Midrook Invastimanti Giruuppi Magaalaa Hawaasaatti Riizoortii Birrii biiliyoona 2.6’n ijaaruuf dhagaa bu’uuraa kaa’eera. Riizoortii kun lafa Kaaree meetira kuma 21 irratti ijaarama jedhame. Ijaarsi isaa…

Continue ReadingHawaasaatti Riizoortii Birrii biiliyoona 2.6 ijaaramuuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame

Gareen shammaranii Itoophiyaa Jibuutii goolii 10-0’n injifate

AMN PLUS- Guraandhala 5, 2017 Waanca Afrikaa bara 2026f tapha gulaalloo Yugandaa waliin kan ramadame Gareen Biyyaalessaa dubartoota Itoophiyaa tapha michoomaa Istadiyemii Abbabaa Biqilaattii Jibuuti waliin tasisee goolii 10-0'n injifate.…

Continue ReadingGareen shammaranii Itoophiyaa Jibuutii goolii 10-0’n injifate

Itiyoo Telekoom ji’oottan jahan darban galii birrii biiliyoona 61 ol argate

AMN PLUS- Guraandhala 05, 2017 Itiyoo Telekoom bara baajataa 2017 ji'oottan jahan jalqabaatti galii birrii biiliyoona 61 ol argachuu beeksiseera. Hoji Raawwachiiftuu olaantuun Dhaabbata Itiyoo Telekoom Firehiwoot Taammiruu raawwii hojii…

Continue ReadingItiyoo Telekoom ji’oottan jahan darban galii birrii biiliyoona 61 ol argate

Qaamolee Eeyyamaan ala Finfinnee fi naannawaasheetti Dirooniin Suuraa kaasanirratti tarkaanfiin fudhatamaa jiraachuun ibsame

AMN PLUS- Guraandhala 5, 2017 Qaamolee eeyyamaan ala Finfinnee fi naannawaasheetti Dirooniin Suuraa kaasanirratti tarkaanfiin fudhatamaa jiraachuu Tajaajjilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa ibse. Tajaajilichi ibsa miidiyaaleef ergeen, Magaalaa Finfinnee fi Naannawaasheetti…

Continue ReadingQaamolee Eeyyamaan ala Finfinnee fi naannawaasheetti Dirooniin Suuraa kaasanirratti tarkaanfiin fudhatamaa jiraachuun ibsame

Milkaa’nni misooma qamadii Itoophiyaa Afrikaan nyaatan akka of dandeessu kan barsiisudha- Pir. Taayyee Atsiqasillaasee

AMN PLUS- Guraandhala 5, 2017 Milkaa'inni Itoophiyaan gama misooma qamadiin galmeessite Afrikaan nyaataan akka of dandeessu agarsiistuu tokko ta'uu Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsqasillaaseen dubbatan. Yaa'ii misooma jal'isii fi jijjiirama qilleensaa…

Continue ReadingMilkaa’nni misooma qamadii Itoophiyaa Afrikaan nyaatan akka of dandeessu kan barsiisudha- Pir. Taayyee Atsiqasillaasee

Afrikaa badhaatee ijaaruuf waloon dhaabbachuu qabna- Dooktar Geediyoon Ximootiwoos

AMN PLUS- Guraandhala 05, 2017 Afrikaa badhaateefi dhaloota dhufuuf mijattuu taate ijaaruuf dureewwan Afriikaa waloon dhaabbachuun akka barbaachisu Ministirri Dhimma Alaa FDRI Doktar Geediyoon Ximootiwoos himan. Yaa'iin Koree Hoji Raawwachiiftuu…

Continue ReadingAfrikaa badhaatee ijaaruuf waloon dhaabbachuu qabna- Dooktar Geediyoon Ximootiwoos

Afrikaan dhageettii addunyaarratti qabdu dabaluuf carraa jiru hundumaatti fayyadamuu qabdi- Muusaa Faakii Mahmat

AMN PLUS- Guraandhala 05, 2017 Afrikaan dhageettii addunyaarratti qabdu dabaluuf carraa jiru hundumaatti dhimma bahuu qabdi jedhan Koomishinarri Koomishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat. Yaa'iin Koree Hoji Raawwachiiftuu Gamtaa Afriikaa…

Continue ReadingAfrikaan dhageettii addunyaarratti qabdu dabaluuf carraa jiru hundumaatti fayyadamuu qabdi- Muusaa Faakii Mahmat